Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan gabaa kaarbaniirraa akka fayyadamtuuf… Sifen Megersa Jun 30, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2018 (FMC) – Sagantaan Ashaaraa Magariisaa Itiyoophiyaan gabaa kaarbaniirraa akka fayyadamtuuf gumaachaa guddaa qaba jedhe Ministeerri Qonnaa. Tarsiimoowwan…
Balballoommii fi yaada Itiyoophiyaa,Gargaaramtummaa Irraa Gara Birmaddummaatti… Yonatan Birhanu Jun 30, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2018(FMC) - Itiyoophiyaan gargaaramtummaa irraa baatee gara omisha gabaa alaatti erguutti ce’uun boqonnaa haaraa imala seena qabessaa fi birmaddummaa dinagdeeti.…
Oduu biyya keessaa Hawaasni dippiloomaasii biqiltuu Ashaaraa magariisaa dhaaban Sifen Megersa Jun 30, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 23, 2018 (FMC) – Hawaasni dippiloomaasii teessoo isaanii Finfinnee godhatan biqiltuu Ashaaraa magariisaa dhaabaniiru. Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa…
Oduu biyya keessaa Qormaanni kutaa12ffaa kennamuu eegale Tsehay Guluma Jun 30, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2018 (FMC)- Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa guutuu biyyatiitti kennamuu eegaleera.. Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofesar Birhaanuu Naggaan giddugala…
Ispoortii Paaraaguwaay guyyaan Waancaa Addunyaan Jarman itti injifatte ayyaana biyyaalessaa akka ta’u labsite Sifen Megersa Jun 30, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 23, 2018 (FMC) – Tapha moo’anii darbuu Waancaa Addunyaan Paaraaguwaay guyyaan Jarman itti injifatte ayyaana biyyaalessaa akka ta’u labsite. Paaraaguwaay osoo hin…
Ispoortii Kootdivuwaar vs Noorweey… Sifen Megersa Jun 30, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 23, 2018 (FMC) – Taphoota moo’anii darbuu Waancaa Addunyaa morkiin har’a Kootdivuwaar Noorweey waliin taasiftu ni eegama. Biyyoonni lamaan morkiin har’a galgala…
Oduu biyya keessaa Tumsa Itiyoophiyaafi Soomaaliyaa misooma naannawaa giddugaleeffate… Ayana Dheressa Jun 29, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2018(FMC)- Tumsi Itiyoophiyaafi Soomaaliyaa cimaa dhufe nageenyaafi tasgabbii naannawichaa keessatti qooda isaa bahachaa jira. Biyyoonni lameen daangaarra darbee…
Oduu biyya keessaa Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa irratti meeshaalee barattootaaf hin eeyyamamne… Ayana Dheressa Jun 29, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2018(FMC)- Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 borurraa eegalee hanga Adoolessa 16, 2018’tti marsaa jahaan kennama. Qormaatichaaf barattoonni saayinsii…
Oduu biyya keessaa Kantiibaa Adaanech Abeebeen qaamolee milkaa’ina misooma qarqara lagaa Inxooxxoo- Qabbanaaf… Ayana Dheressa Jun 29, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2018(FMC)- Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen qaamolee milkaa’ina misooma qarqara lagaa Inxooxxoo- Qabbanaaf gaheesaanii bahatan…
Biiznasii Baajataa qusannaa bu’uura godhachuun fayyadamuun barbaachisaadha – Obbo Ahimad Shiidee Sifen Megersa Jun 29, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 22, 2018 (FMC) – Baajataa qusannaa bu’uura godhachuun fayyadamuun barbaachisaadha jedhan Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen. Koreen Dhaabbii…