Manni Maree Magaalaa Finfinnee muudamoota garaagaraa raggaassise
Finfinnee, Fulbaana 20, 2019 (FMC) – Manni Maree Magaalaa Finfinnee yaa’ii jalqabaa marsaa 4ffaa gaggeessaa jiruun muudamoota garaagaraa dhiyaatan raggaasiseera.
Haaluma kanaan:-…