Oduu biyya keessaa Naannoo Sidaamaatti Sagantaan Ashaaraa Magariisaa eegale Tsehay Guluma Jun 25, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2018 (FMC) Pireezidantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddaamoo sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaa magaalaa Hawaasaatti eegalchiisaniiru. Obbo Dastaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaafi Niwuuzilaand waliigaltee carraa gabaa gam-lamee mallatteessan Ayana Dheressa Jun 25, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2018(FMC)- Itiyoophiyaafi Niwuuzilaand waliigaltee carraa gabaa gam-lamee waliif mallatteessaniiru. Waliigaltichi adeemsa Itiyoophiyaan miseensa Dhaabbata…
Oduu biyya keessaa Komishinichi adeemsa hunda hammataa fi hirmaachisaa ta’een ajandaalee Biyyaalessaa adda baase –… Sifen Megersa Jun 24, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 17, 2018 (FMC) – Komishinichi adeemsa hunda hammataa fi hirmaachisaa ta’een ajandaalee Biyyaalessaa adda baaseera jedhan Komishinarri Olaanaan Komishinii Maree…
Oduu biyya keessaa Ajandaaleen Yaa’ii Maree Biyyaalessaa Itiyoophiyaa ifooman Sifen Megersa Jun 24, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 17, 2018 (FMC) – Komishiniin Maree Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Ajandaalee Yaa’ii Maree Biyyaalessaa ifoomseera. Ajandaalee guguddoon 8 kan adda bahan yoo ta’u,…
Oduu biyya keessaa Mariin Itiyoophiyaa haa cimsinu… Sifen Megersa Jun 24, 2026 0 Mariin rakkoolee walxaxaa karaa nagaa, qaroomee fi waaraan furuuf dandeessise. Waldhabdee humnaan hiikuuf yaaluu caalaa, marii fi marabbaan furuuf hojjechuun faayidaalee heddu qaba.…
Oduu biyya keessaa Manni Marichaa ergaa baga gammaddanii dabarse Sifen Megersa Jun 24, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 17, 2018 (FMC) – Mana Maree Waloo Paartilee Siyaasaa Naannoo Oromiyaa ergaa baga gammaddanii dabarseera. Guutuun ergichaa haala armaan gadiin dhiyaatera. Manni…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan raawwachuu ni dandeessi… Sifen Megersa Jun 24, 2026 0 Itiyoophiyaan qormaatilee walxaxaa ishee mudate dandeettii ofii fi beekumsa xabbootiin furuun gara badhaadhinaatti ce’uu akka dandeessu yeroo yeroon addunyaaf agarsiisaa jirti.…
Teeknooloojii Daataan Hidda dhiigaa sirna diijitaalaati Sifen Megersa Jun 24, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 17, 2018 (FMC) – Daataan humna olaanaa sosochii odeeffannoo, murtoo fi kalaqaa sadarkaa idil addunyaa ta’eera. Har’a dhaabbilee jajjaboon fedhii maamiltootaa…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Sa’udii Arabiyaa keessatti adeemsi murtii isaanii addaan citee dhiifamni godhameef… Yonatan Birhanu Jun 24, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2018 (FMC) – Dippilomaasii lammiilee irratti xiyyeeffate mootummaan hordofuun, lammiileen Sa'udii Arabiyaa keessatti adeemsi murtii isaanii addaan citee dhiifamni…
Oduu biyya keessaa Kantiibaa Adaanech Abeebeen Tajaajila Giddugala Tokkoo haaraa lama hojii eegalchiisan Tsehay Guluma Jun 24, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2018 (FMC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Magaalaa Finfinneef 10 fi 11ffaa kan ta’e tajaajila giddugala tokkoo haaraa lama…