Ispoortii Tuuniziyaa 0 – 4 Jaappaan Sifen Megersa Jun 21, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 14, 2018 (FMC) – Tapha Waancaa Addunyaa 23ffaa ganama kana taphatameen Jaappaan Tuuniziyaa injifatte. Tapha ganama kana sa’aatii 1:00 eegalee taphatameen Jaappaan…
Oduu biyya keessaa Ergaa Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad sirna jalqabsiisa appilikeeshinii tajaajila… Sifen Megersa Jun 21, 2026 0 Giddugalli iddoo tokko Masoob qaamni hundi tajaajila mootummaa fi faayinaansii bakka tokkotti akka argatu kan gargaaru guddina diijitaajalaa murteessadha. Hirmaannaan ummatni Filannoo…
Oduu biyya keessaa Fedhiin Nageenyaa fi Badhaadhinaa Uummatni Filannoo Irratti Agarsiise Ittigaafatamummaa Guddaadha… Yonatan Birhanu Jun 20, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2018 (FMC) -Jaalalli biyyaa fi fedhiin nageenyaa fi badhaadhinaa Uummanni Itiyoophiyaa yeroo filannoo waliigalaa 7ffaa argisiise ittigaafatamummaa guddaadha jedhan…
Oduu biyya keessaa Gahee Miidiyaalee Waltajjii Marii Biyaalessaa Milkeessuu keessatti… Yonatan Birhanu Jun 20, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2018 (FMC) - Komiishiniin Marii Biyyaalessa Itiyoophiyaa, waltajjiin marii biyyaalessaa hunda mo'ataa akka taasisuuf, miidiyaaleen gahee isaanii sirriitti bahuu…
Teeknooloojii Itiyoophiyaatti Laappitooppii fi Taableetii Omishuuf Hojjetamaa Jira – Dooktar Abiy Ahimad Yonatan Birhanu Jun 20, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan waggoota muraasa keessatti omisha laappitooppii fi taableetii jalqabuuf hojii bal'aa hojjechaa jirti jedhan Ministirri muummee Dooktar…
Teeknooloojii Dorgomnee Waan Nuuf Malu Argachuuf Tekinoolojiin Baay’ee Murteessaadha – Dooktar Abiy… Yonatan Birhanu Jun 20, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2018 (FMC) - Bara kana keessa dorgomnee waan nuuf malu argachuuf tekinoolojiin baay'ee murteessaadha jedhan Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahmad. Ministirri…
Oduu biyya keessaa Zooniin Diinagdee Addaa Gadaa diinagdee Itiyoophiyaatti abdii dandamannaa uume- Obbo Shimallis… Ayana Dheressa Jun 20, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2018(FMC)- Zooniin Diinagdee Addaa Gadaa diinagdee Itiyoophiyaatti abdii dandamannaa uume jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Oduu biyya keessaa Sadarkaa idil-addunyaatti dorgomtummaa mirkaneessuuf teeknooloojiifi kalaqaaf xiyyeeffannoo kennuun… Ayana Dheressa Jun 20, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2018(FMC)- Sadarkaa idil-addunyaatti dorgomtummaa mirkaneessuuf teeknooloojiifi kalaqaaf xiyyeeffannoo kennuun barbaachisaadha jedhan Ministirri Muummee Itti aanaan…
Ispoortii Tapha Jaraman fi Kootdiivaar… Ayana Dheressa Jun 20, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2018(FMC)- Tapha waancaa Addunyaa ramaddii 2ffaan taphni Jarman fi Kootdiivaar haalaan eegama. Taphichi Kaanaadaa Istaadiyeemii Tooroontootti galgala sa’aatii…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad appilikeeshinii tajaajila diijitaalaa qindaa’aa eebbisan Ayana Dheressa Jun 20, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2018(FMC)- Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad appilikeeshinii tajaajila diijitaalaa qindaa’aa eebbisaniiru. Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa…