Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa Baratte! Yonatan Birhanu Sep 19, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2019 (FMC) — Pirojeektiin Ijaarsi biyya tokkoo bu’uuraalee misoomaa fi guddina diinagdee qofa irratti kan hundaa’u miti; dhaloota beekumsa, dandeettii fi naamusa qabu…
Ispoortii Cheelsiin Bireentfoordiin injifatame Yonatan Birhanu Sep 19, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2019(FMC) - Tapha Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 5ffaan Bireentfoord Cheelsii 3-0'n injifateera. Kanaanis Cheelsiin bara dorgommii kanatti yeroo 2ffaaf mo'amuu…
Oduu biyya keessaa Harar bakka hawwata turizimii filatamaa taasisuuf hojiiwwan hojjetamaa jiran bu’a qabeessa- Obbo… Tsehay Guluma Sep 18, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2019 (FMC) - Harar bakka hawwata turizimii filatamaa taasisuuf hojiiwwan hojjetamaa jiran bu’a qabeessaafi jajjabeessaadha jedhan Pireezidaantiin Mana Murtii…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Duraa Waggaa 1ffaa Bara Hojii Caffee 7ffaa Fulbaana 15 – 18 gaggeeffama Tsehay Guluma Sep 18, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2019 (FMC) Yaa'iin Duraa Waggaa 1ffaa Bara Hojii Caffee 7ffaa Fulbaana 15 - 18 Bara 2019 Magaalaa Adaamaa Galma Caffeetti ni gaggeeffama. Haaluma kanaan Filannoo…
Oduu biyya keessaa BRICS dhimmoota Itiyoophiyaan hiika olaanaa kennituuf deeggaruun milkaa’ina dipiloomaasii biyya… Tsehay Guluma Sep 18, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2019 (FMC) - Biyyoonni miseensa BRICS dhimmoota Itiyoophiyaan hiika guddaa kennituuf deeggaruun isaanii guddina saffisaa biyya keenyaa fi milkaa’ina dipiloomaasiif…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa yeroo 9ffaaf Badhaasa Daandii Qilleensaa filatamaa Afrikaa injifate Tsehay Guluma Sep 18, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2019 (FMC) - Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa yeroo 9ffaaf Badhaasa Daandii Qilleensaa filatamaa Afrikaa injifateera. Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa…
Idil Addunyaa Xaaliyaaniin dooniwwan waraanaa Galaana Diimaarratti bobbaasuufi Sifen Megersa Sep 18, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2019 (FMC) – Xaaliyaaniin nageenya dooniwwan ishee Galaana Diimaarra sosocho’anii eeguuf daandii daldalaa Bab el-Mandeb irratti dooniiwwan waraanaa bobbaasuufi.…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti hanga ammaatti lafti hektaarri miiliyoonni 9.6 ol midhaan gosa adda addaan uwwifame Sifen Megersa Sep 18, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2019 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti bara oomishaa kana hanga ammaatti lafti hektaarri miiliyoonni 9.6 ol midhaan gosa adda addaan uwwifameera. Mootummaan Naannoo…
Oduu biyya keessaa Damee barnootan dhaloota faayidaa biyyaalessaa kabachiisu horachuuf hojjetamaa jira – Piroofeesar… Sifen Megersa Sep 18, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2019 (FMC) – Damee barnootaan dhaloota faayidaa biyyaalessaa kabachiisu horachuuf hojjetamaa jira jedhan Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaan.…
Oduu biyya keessaa Ayyaana Tokkummaa, Araaraa fi Nageenyaa – ‘Yaahoodee’ Yonatan Birhanu Sep 18, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2019 (FMC) – Ayyaanni jijjiirraa baraa Hadiyyaa ‘Yaahoodeen’ warri gargar fagaatanii jiraatan walitti dhufanii kan kabajanii fi kan wal lole walitti araaramu,…