Ispoortii Bernaardoo Siilvaan Riyaa Maadriidiif mallatteesse Sifen Megersa Jun 17, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2018 (FMC) – Lammiin Poorchugaal taphataan sarara gidduu Bernaardoo Siilvaan Riyaa Maadriidiif mallatteesseera. Waggoottaan darban Maanchister Siitii keessatti…
Teeknooloojii Giddugalli Chaarjessaa yeroo tokkotti konkolaattota 24’f humna guutuu danda’u hojii eegale Sifen Megersa Jun 17, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2018 (FMC) – Tajaajilli Elektirikii Itiyoophiyaa Giddugala Chaarjessaa yeroo tokkotti konkolaattota 24’f humna guutuu danda’u Magaalaa Finfinneetti hojii…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti waggoottan darban tola ooltummaan hojiileen Birrii biiliyoona 55.7 baasan hojjetaman Sifen Megersa Jun 17, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 10, 2018 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti waggoottan darban tajaajila tola ooltummaan hojiileen Birrii biiliyoona 55.7 baasan hojjetaman jedhe Bulchiinsi magaalichaa.…
Ispoortii Waancaa Addunyaan morkiin har’a Poorchugaal DR Koongoo waliin taasiftu ni eegama Sifen Megersa Jun 17, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 10, 2018 (FMC) – Waancaa Addunyaa 23ffaan morkiin har’a Poorchugaal, DR Koongoo, Ingilaandii ammoo Kirooshiyaa waliin taasisan ni eegamu. Galgala sa’aatii 2:00…
Oduu biyya keessaa Deeggarsi teeknooloojii mootummaan Ingiliz damee Aviyeeshinii ammayyeessuuf taasise nageenya waloo… Ayana Dheressa Jun 16, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2018(FMC) – Deeggarsi teeknooloojii mootummaan Ingiliz damee Aviyeeshinii ammayyeessuuf taasise nageenya waloo mirkaneessuuf gargaara jedhan Itti aanaan Daayrektara…
Biiznasii Oromiyaatti konkolaattotaafi sibiilota tajaajila malee turan caalbaasiin dhabamsiisuun galiin Birrii… Ayana Dheressa Jun 16, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2018(FMC) – Naannoo Oromiyaatti konkolaattotaafi sibiilota tajaajila malee waggoota dheeraa turan caalbaasiin dhabamsiisuun galiin Birrii miiliyoonni 200 fi…
Oduu biyya keessaa Gaaffiiwwan uummataaf deebii kennuuf karoora keenya guyyoottan 90 xiyyeeffannoon ni raawwanna-… Ayana Dheressa Jun 16, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2018(FMC) – Gaaffiiwwan uummataaf deebii kennuuf karoora keenya guyyoottan 90 itti aananii xiyyeeffannoo addaan ni raawwanna jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Bakka buutonni hidhattoota duraanii Naannoo Oromiyaa keessa socho’aa turanii ajandaa isaanii… Ayana Dheressa Jun 16, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2018(FMC) - Bakka buutonni hidhattoota duraanii Naannoo Oromiyaa keessa socho’aa turanii ajandaa isaanii Komiishinii Maree Biyyaalessaa Itiyoophiyaaf kennaniiru.…
Ispoortii Tuniziyaan leenjisaa haaraa muudde Yonatan Birhanu Jun 16, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2018 (FMC) – Tapha Waancaa Addunyaa irratti hirmaachaa kan jirtu Tuniziyaan tapha jalqabaa ramaddii ishee keessaatti taphatte waan mo'amteef leenjisaa haaraa…
Ispoortii Tapha Faransaay fi Seeneegaal… Ayana Dheressa Jun 16, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2018(FMC)- Tapha waancaa Addunyaa bara 2026 qopheessummaa Ameerikaa, Meeksiikoofi Kaanaadaan gaggeeffamaa jiruun guyyaa har’aas taphoonni marsaa jalqabaa itti…