Oduu biyya keessaa Alangee Dabarsuun Olitti: Sirna Itti Fufsiisuu… Yonatan Birhanu Jun 14, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2018(FMC)- Walharkaa fuudhinsi Alangaa Gadaa Sadeen Tuulamaa marsaa 71ffaan Alangee dabarsuun alatti sirna itti fufwiisuu dha jedhan pirezidaantiin mootummaa naannoo…
Oduu biyya keessaa Uummanni Oromoo aadaafi duudhaa isaan deebi’ee akka ijaaramuufi misoomuuf xiyyeeffannoon… Ayana Dheressa Jun 14, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2018(FMC)- Uummanni Oromoo aadaafi duudhaa isaan deebi'ee akka ijaaramuufi misoomuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Aadaafi Duudhaalee Oromoo cimsuuf ni hojjenna- Abbaa Gadaa Geetuu Taliilaa Ayana Dheressa Jun 14, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2018(FMC)- Abbaan Gadaa Tuulamaa haaraan Geetuu Taliilaa bara Gadaa isaanitti aadaafi duudhaalee Oromoo cimsuuf ni hojjenna jedhan. Abbaan Gadaa Geetuu Taliilaa…
Oduu biyya keessaa Diimokiraasiin badhaadhina hunda galeessaaf bu’uura- Obbo Adam Faaraah Ayana Dheressa Jun 14, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2018(FMC)- Diimokiraasiin badhaadhina hunda galeessaaf bu’uura jedhan Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti Hogganaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna…
Idil Addunyaa Ameerikaafi Iraan waraana dhaabuuf har’a waliigaltee mallatteessu- Doonaald Tiraamp Ayana Dheressa Jun 14, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2018(FMC)- Ameerikaafi Iraan waraana dhaabuuf guyyaa har’a waliigaltee ni mallatteessu jedhan Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp. Waliigaltichi erga…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi sirna diimookiraasii kan dhugoomu dhaabbilee qofaan osoo hin taane hirmaannaa lammiilee… Sifen Megersa Jun 13, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 6, 2018 (FMC) – Ijaarsi sirna diimookiraasii kan dhugoomu cimina dhaabbilee qofaan osoo hin taane hirmaannaa lammiilee dabalata jedhan Pireezidaantiin FDRE Taayyee…
Ispoortii Taphataa Garee Biyyaalessaa Kaanaadaa dhalootaan Itiyoophiyaa Alii Ahimad… Sifen Megersa Jun 13, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 6, 2018 (FMC) – Taphataan Kilaba Noorwiich Siitii Alii Ahimad Waancaa Addunyaa 23ffaarratti Garee Biyyaalessaa Kaanaadaaf taphataa jira. Alii Ahimad Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Walitti qabaa duraanii Boordii Hoggansa FMC Diyaaqoon Daani’eel Kibratiif gaggeessan taasifame Sifen Megersa Jun 13, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 6, 2018 (FMC) – Walitti qabaa duraanii Boordii Hoggansa Faanaa Miidiyaa Koorporeeshinii Diyaaquun Daani’eel Kibratiif gaggeessan taasifameera. Gorsaan Dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Gadaan Tuulamaa Alangee dabarsuuf jilarra jira Sifen Megersa Jun 13, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 6, 2018 (FMC) – Gadaan Tuulamaa sirna wal harkaa fuudhinsa Alangee marsaa 71ffaa Gadaa Meelbaa irraa gara Gadaa Muudanaatti dabarsuuf har'aafi boru jila qaba. Sirni…
Oduu biyya keessaa Daandiin qilleensichaa balallii eebbaan duraa gara Dabra Maarqositti eegale Sifen Megersa Jun 13, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 6, 2018 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa balallii eebbaan duraa har’a gara magaalaa Dabra Maarqositti eegaleera. Eegaluun balallichaa jiraattoota, imaltootaa…