Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waltajjiin sosochii “Galii Gibira Kabaja biyyaaf” jedhu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Mudde 23, 2016 (FBC)- Ministeerri galiiwwanii mata duree “Galii Gibiraa Kabaja biyyaaf” jedhuun waltajjiii sosochii Abbootii Amantaalee hirmaachise gaggeessaa jira.
Sosochiin…
Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa balalii gara Toroontootti taasisu dabaluufi
Finfinnee, Mudde 23, 2016 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa marsaa balalii gara Toroontootti taasisuu dabaluuf akka ta’e beeksise.
Daandiin Qilleensichaa Fnfinneerraa gara Toroontoo…
Pireezidaantoonni naannolee ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Mudde 22, 2016 (FBC) - Itiyoophiyaan waliigaltee karra Galaanaa argachuu mallatteessuu hordofee Pireezidaantoonni naannolee ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.
Pireezidaantiin…
Pireezidaanti Shimallis ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Mudde 22, 2016 (FBC) - Itiyoophiyaan waliigaltee karra Galaanaa argachuu mallatteessuu hordofee Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan ergaa baga…
Itiyoophiyaan Ifatti Garee ‘BRICS’tti makamuun taatee seenaati – MDhA
Finfinnee, Mudde 22, 2016 (FBC) - Itiyoophiyaan Ifatti Garee 'BRICS’tti makamuun taatee seenaa ta'uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.
Itiyoophiyaan bara Faranjootaa haaraan miseensa…
Itiyoophiyaan waliigatee karra galanaa argachuu mallatteessite
Finfinnee, Mudde 22, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan waliigaltee karra galaanaa itti argattuu Somaaliilaandi waliin mallatteessiteetti.
Waliigaltichas Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Finfinneetti shakkamtoonni kuma 5 fi 536 to’annoo jala oolfaman
Finfinnee, Mudde 22, 2016 (FBC)- Poolisiin Federalaa fi Magaalaa Finfinnee Opireeshinii torbee 2ffaaf gaggeessaniin shakkamtoota kuma 5 fi 536 to’annoo seeraa jala oolchuun ibsame.…
Baatiwwan shanan darban meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii biiliyoona 5.9 ol baasan to’atamuu ibsame
Finfinnee, Mudde 22, 2016 (FBC) – Baatiwwan shanan darban hojimaata seeraan alaa ittisuuf hojii hojjetameen meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii biiliyoona 5.9 ol baasan to’atamuu Komishiniin…
Barri Faranjootaa 2023 hariiroon Itiyoo-Chayinaa kan daran cimeedha jedhame
Finfinnee, Mudde 22, 2016 (FBC)- Barri Faranjootaa darbe hariiroo tarsiimawaa damee hedduu Itiyoo-Chaayinaa kan cimee itti fufe akka ture ibsameera.
Hariiroo dippiloomaasummaa biyyattii…
Ijaarsi Siidaa Hiikaa Awwaajii (Abbaa Gammachiis) fi Asteer Gannoo Magaalaa Naqamteetti eegalame
Finfinnee, Mudde 22, 2016 (FBC) – Ijaarsi Siidaa Oneesmoos Nasiib fi Asteer Gannoo Magaalaa Naqamteetti eegalameera.
Pireezidaantiin Waldaa Warra Wangeelaa Makkaana Yesuus Itiyoophiyaa…