Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ijaarsa Mana Barumsaa Artisti Alii Birraaf dhagaan bu’uuraa kaa’ame
Finfinnee, Sadaasa 21, 2016 (FBC)- Ijaarsa Mana Barumsaa Yaadannoo Dooktara Kabajaa Artisti Alii Birraaf Dirree Dhawaatti Dhagaan Bu’uuraa Kaa’ame.
Saganticharrattis Kantiibaan Mgaalaa…
Milkaa’inni kan madaalamu hojiin malee murteewwan murteeffamaniin miti-Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Sadaasa 21, 2016 (FBC)- Milkaa’inni kan madaalamu hojiin malee murteewwan murteeffamaniin akka hintaane Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Ministirri Muummee…
Biyyoonni Idaa qaban kamiiyyuu qormaata jijjiirama qabeenya qilleensaa dandamachuu hin…
Finfinnee, Sadaasa 21, 2016 (FBC) – Biyyoonni Idaa qaban kamiiyyuu qormaata jijjiirama qabeenya qilleensaa dandamachuu hin danda'an jedhan Ministirri Muummeen FDRI Dookta Abiy Ahimad.…
Yaa’iin jijjiirama qabeenya qilleensarratti mati’atu COP 28n har’a Dubaayitti…
Finfinnee, Sadaasa 21, 2016 (FBC) – Yaa'iin jijjiirama qabeenya qilleensarratti mati'atu COP 28n har'a Dubaayitti eegaleera.
Yaa'ichi ajandaalee garaagaraatti mari'achuun murtoo ni…
Pireezidaanti Shimallis jila Miseensa Koree Dhaabbii Paartii Komuniistii Chaayinaa waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 21, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Jila Miseensa Koree Dhaabbii Paartii Komuniistii Chaayinaa Kutaa biyyaa Shandongi Liwu Kiyaangiin…
Kitaabileen miliyoonni 3.5 ol Godinaaleefi Magaalotaaf raabsame – BBO
Finfinnee, Sadaasa 21, 2016 (FBC) – Kitaabileen miliyoonni 3.5 ol Godinaaleefi Magaalotaaf raabsamuu Biiroon Barnootaa Naannoo Oromiyaa beeksiise.
Kitaabileen Barnootaa Sadarkaa 2ffaa…
Dooktar Abiy Pireezidaantii Kuubaa waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 21, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad yaa’ii COP 28 cinaattii Pireezidaantii Kuubaa Miigiweel Diyaaz Kanaal waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiy…
Magaalaan Shaggar mul’ataa fi kaayyoo abbootii qabeenyaa milkeessuuf ni hojjeta – Dooktar…
Finfinnee, Sadaasa 21, 2016 (FBC) – Jilli kantiibaa Magaalaa Shaggar Dooktar Tashoomaa Addunyaan durfamu warshaa Meettaa daawwateera.
Haroomsa warshichaa,qabiinsa hojjettootaa,walitti…
Magaalaa Baatuutti hojiileen misooma qarqara Haroo Dambal daawwatame
Finfinnee, Sadaasa 21, 2016 (FBC) – Jilli Dura Ta'aa Koree Dhaabbii Dhimma Misooma Magaalaa Caffee Oromiyaa Obbo Abdulqaadir Huseeniin durfamu, Magaalaa Baatuutti hojiilee misoomaa qarqara…
Dooktar Abiy Ministira Muummee duraanii Ingiliz waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 21, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee duraanii Ingiliiz Toonii Bileer waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiy, Toonii Bileer waliin…