Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Tajaajilli Giddugala Tokkoo Socho’aan Masoob Afrikaa irraa kan jalqabati- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Ebla 14, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad guyyaa har’aa kan eebbifame Tajaajilli Giddugala Tokkoo Socho’aan Masoob Afrikaa irraa kan jalqabati jedhan.…
Tajaajilli Giddugala Tokkoo Socho’aan tajaajila gara uummataatti dhiyeessa- Kantiibaa Adaanech…
Finfinnee, Ebla 14, 2018 (FMC) – Tajaajilli Giddugala Tokkoo Socho’aan (Mobile Service) Masoob tajaajiloonni gara uummataatti akka dhiyaatan carraa uuma jedhan kantiibaan magaalaa Finfinnee…
Manni Maree Ministirootaa murtoowwan garaagaraa dabarse
Finfinnee, Ebla 14, 2018 (FMC) – Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 54ffaa guyyaa har’aa gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarseera.
Manni marichaa…
Kenniinsa tajaajilaa biyyaalessaa irratti jijjiirama bu’uuraa barbaachisa- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Ebla 14, 2018(FMC)- Kenniinsa tajaajilaa biyyaalessaa irratti jijjiirama bu’uuraa barbaachisa jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad.
Ministirri Muummee Dooktar…
Miidiyaaleen ijaarsa seenessa Waloo irratti xiyyeeffannoodhaan akka hojjetan waamichi dhiyaate
Finfinnee, Eebila 14, 2018 (FMC) - Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Itoophiyaa, miidiyaaleen adeemsa ijaarsa biyyaa cimsuu fi seenessa waloo irratti xiyyeeffannoodhaan akka hojjetan waamicha…
Hojiilee riifoormii waggoottan jijjiiramaa darban keessa hojjetaman bu’aa fidaniiru – Dooktar…
Finfinnee, Ebla 14, 2018(FMC)- Hojiilee riifoormii waggoottan jijjiiramaa darban keessa hojjetaman bu’aa fidaniiru jedhan Ministirri Karooraa fi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaa.
Gabaasni…
Itiyoophiyaafi Baangilaadish walta’iinsa isaanii caalaatti cimsuuf waliigalan
Finfinnee, Eebila 13, 2018 (FMC) - Ministirri Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiyoos Ministira Dhimma Alaa Baangilaadish Doktar Kaliilur Raahmaan waliin mari’ataniiru.
Ministiroonni…
Kaabineen Magaalichaa murtoowwan garaagaraa dabarse
Finfinnee, Ebla 13, 2018 (FMC) – Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Walga’ii idilee 10ffaa waggaa 5ffaa har’a taa’een dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarseera.…
Hojiin qooda Waldaaleen Hojii Gamtaa guddina diinagdee keessatti qaban guddisu hojjetameera- Dooktar…
Finfinnee, Ebla 13, 2018 (FMC) – Waggoottan jijjiiramaa darban keessa hojiin qooda Waldaaleen Hojii Gamtaa guddina diinagdee keessatti qaban guddisu hojjetameera jedhan Waajjira Ministira…
Namoota karaa seeraan ala biyyaa bahaafi seenaa turan kuma 10 olirratti tarkaanfiin seeraa fudhatame
Finfinnee, Ebla 13, 2018 (FMC) – Tajaajilli Lammummaafi Immigireeshinii baatiiwwan 9 darban keessa namoota karaa seeraan alaa osoo biyyaa bahanuufi seenanuu qabaman kuma 10 olirratti…