Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni marichaa lammiilee Godina Gaamoof deeggarsa Birrii miiliyoona 10 taasise
Finfinnee, Bitootessa 25, 2018 (FMC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa lammiilee Godina Gaamootti balaa sigigaa lafaa fi lolaan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 10 taasiseera.…
Barii jijjiiramaa milkaa’inoota damee Aadaa fi Afaaniin galmaa’an…
Finfinnee, Bitootessa 25, 2018 (FMC) – Mootummaan jijjiiramaa qabeenyawwan aadaa fi beekumsaalee mandhalee misoomsuun hariiroo hawaasummaa ummattootaa cimsuu danda’eera jedhe Ministeerri…
Gosi barnootaa fi sadarkaan kutaalee qorumsi biyyaalessaa kutaa 12ffaa irraa qophaa’u ifoome
Finfinnee, Bitootessa 24, 2018 (FMC)-Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa gosa barnootaa fi sadarkaa kutaalee qormanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa 2018 irraa qophaa’u…
Michummaa Itiyoophiyaafi Chaayinaa cimee itti fufe…
Finfinnee, Bitootessa 24, 2018 (FMC) – Chaayinaan guddina diinagdee Itiyoophiyaa deeggaruuf kutannoo qabdi jedhan Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa biyyattii Miyaa’oo Deeyuu.…
Aadde Adaanech Abeebeen Kutaa Magaalaa Gullalleetti Tajaajila Giddugala Tokkoo Masoob hojii…
Finfinnee, Bitootessa 24, 2018 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen guyyaa har’aa Kutaa Magaalaa Gullalleetti Tajaajila Giddugala Tokkoo Masoob hojii…
Waggaa 7 keessatti oomishni qonnaa gara toonii miiliyoona 150’tti guddate – Waajjira Ministira…
Finfinnee, Bitootessa 24, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaatti oomishni qonnaa waliigalaa waggoota 7 keessatti toonii miiliyoona 41.7 irraa gara toonii miiliyoona 100 fi miliyoona 50tti guddateera…
Dooktar Iyyoob Takkaalliny Bulchaa Baankii Uummataa Chaayinaa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 24, 2018 (FMC) – Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Dooktar Iyyoob Takkaalliny Bulchaa Baankii Uummataa Chaayinaa Poon Goongisheen waliin tumsa faayinaansii cimsuuf…
Hojiileen riifoormii rakkoo dhaabbilee nageenyaa gara carraatti jijjiiraniiru- Obbo Tamsgeen Xurunaa
Finfinnee, Bitootessa 24, 2018 (FMC) – Hojiileen riifoormii rakkoo dhaabbilee nageenyaa gara carraatti jijjiiraniiru jedhan Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamsgeen Xurunaan.…
Waggoottan darban Itiyoophiyaan gara diinagdee hammataatti ceeteetti- WMM
Finfinnee, Bitootessa 24, 2018 (FMC) – Waggoottan darban Itiyoophiyaan diinagdee qoqqoodaa irraa gara diinagdee hammataa ceeteetti jedhe Waajjirri Ministira Muummee.
Sirna diinagdee…
Xiyyeeffannoon damee qonnaaf kenname oomishaafi oomishtummaa guddiseera- Ministeericha
Finfinnee, Bitootessa 24, 2018 (FMC) – Waggoottan darbanitti xiyyeeffannoo mootummaan damee qonnaaf kenne oomishaafi oomishtummaa guddiseera jedhe Ministeerri Qonnaa.
Ministeerichi…