Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Korpooreeshinichi FMC’f beekamtii kenne
Finfinnee, Bitootessa 22, 2018 (FMC) - Hundeeffama waggaa 50ffaa isaa kabajachaa kan jiru Korpooreeshiniiin Manneen Federaalaa Faanaa Miidiyaa Korpooreeshiniif badhaasaa fi beekamtii…
Itiyoophiyaa fi Eemireetoonni Araba Gamtoomanii michuuwwan jechaa fi gochaan walitti hidhamaniidha…
Finfinnee, Bitootessa 22, 2018(FMC) – Itiyoophiyaa fi Eemireetoonni Araba Gamtoomanii michuuwwan jechaa fi gochaa qabatamaan walitti hidhamaniidha jedhan biyyatiitti Ambaasaaddarri…
Mootummaan murtoowwan rakkoo dhiyeessii boba’aa mudate dandamachuuf dandeessisan ifoomse
Finfinnee, Bitootessa 22, 2018(FMC) – Mootummaan Waranaa Giddugaleessa Bahaatti gaggeeffamaa jiru hordofee murtoowwan rakkoo dhiyeessii boba’aa mudate dandamachuuf dandeessisan ifoomseera…
Magaalaa Finfinneetti balaa Tiraafikaan lubbuun namoota 3 darbe
Finfinnee, Bitootessa 22, 2018 (FMC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Ekkaa aanaa 9 tti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 3 darbuu Qajeelchi Waliigalaa Poolisii Magaalichaa ibse.…
Diinagdee hunda galeessa guddina waaraaf….
Finfinnee, Bitootessa 22, 2018(FMC)- Dinagdee waaraafi dandamataa ijaaruuf sirna diinagdee hunda galeessa hojiirra oolchuun baay’ee barbaachisaadha.
Mootummaan jijjiiramaa kana hubachuun…
Sagantaa jiruufi jireenya lammiilee irratti bu’aa qabatamaa fidaa jiru…
Finfinnee, Bitootessa 22, 2018 (FMC) – Sagantaan Maaddii Guutuu inisheetiiviiwwan jiruufi jireenya lammiilee jijjiiruuf hojiirra oolan keessaa tokko.
Sagantaan kun birmadummaa nyaataa…
Obbo Ahimad Shideen Pirezidaantii Baankii Invastimantii Bu’uuraalee Misoomaa Eeshiyaa waliin…
Finfinnee, Bitootessa 22, 2018(FMC)- Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shideen Pirezidaantii Baankii Invastimantii Bu’uuraalee Misoomaa Eeshiyaa waliin hariiroo Itiyoophiyaafi…
Waliingahiinsa barnootaa guddisuuf….
Finfinnee, Bitootessa 22, 2018 (FMC)- Mariin Paanaalii misoomaafi qorannoo dhaabbilee barnootaa olaanoo magaalaa Jimmaatti gaggeeffamaa jira.
Marichi mata duree "Hirmaannaa Dhaabbilee…
Dhaabbileen Faayinaansii Chaayinaa ijaarsa Buufata Xiyyaaraa Bishooftuu akka deeggaran waamichi…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2018 (FMC) –Jiilli Ministira Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen durasamu hoggantoota dhaabbilee faayinaansii Chaayinaa garaagaraa waliin mari’ateera.
Jiilichi Obbo…
Imaammata Alaa Itiyoophiyaa faayidaa biyyaalessaa bu’uura godhate…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2018(FMC) – Waggoottan darban keessa Imaammanni Alaa Itiyoophiyaa faayidaa biyyaalessaa bu’uura godhachuun gaaffii karra galaanaa ajandaa taasiseera.
Imaammanni…