Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mootummaan ajandaawwan nama irratti xiyyeeffataniif dursa kennee hojjetaa jira – obbo…
Finfinnee, Sadaasa 9, 2018(FMC) -Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaa, mootummaan ajandaawwan nama irratti xyyeeffataniif xiyyeeffannaa addaa kennuun misooma hunda hammatu…
Godinichatti facaasaan Qamadii jallisii Bonee eegalame
Finfinnee, Sadaasa 9, 2018 (FMC) –Godina Arsiitti facaasaan Qamadii jallisii bonee eegalame jedhe Waajjirri Qonnaa godinchaa.
Bara kana lafa heektaara kuma 300 fi kuma 60 ol Qamadii…
Waltajjiin Sagantaa eegalchiisa boqonnaa 2ffaa Koomeershaalaayizeeshinii qonnaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 9, 2018 (FMC) – Inistiityuutii Tiraanisfoormeeshinii Itiyoophiyaan naannolee 9 keessatti hojiirra kan oolu waltajjiin sagantaa eegalchiisa boqonnaa 2ffaa…
Kurmaana jalqabaa bara 2018’tti paaspoortii kumni 500 ol lammiileef kenname
Finfinee, Sadaasa 8, 2018 (FMC) – Tajaajilli Immigireeshiniifi Lammummaa hojimaata ammayyaa diriirsuun tajaajila kennaa jiru cimsee itti fufuu qaba jedhe Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataatti…
Haala mijataa Itiyoophiyaan intarpiriinarshiippiif qabdu cimsuuf xiyyeeffannoon ni hojjetama- Aadde…
Finfinnee, Sadaasa 8, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Hojiifi Ogummaa aadde Muufariyaat Kaamil haala mijataa Itiyoophiyaan intarpiriinarshiippiif qabdu cimsuuf xiyyeeffannoon ni hojjetama…
Ambaasaaddar Laggaasaa Tulluun xaalayaa muudama isaanii Pireezidaanti Isimaa’eel Oomar Giileef…
Finfinnee, Sadaasa 8, 2018 (FMC) – Jiibuutiitti Ambaasaaddar guutuu ta’uun kan muudaman Dooktar Ambaasaaddar Laggaasaa Tulluun xaalayaa muudama isaanii Pireezidaantii biyyattii Isimaa’eel…
Fooramichi magaalonni bakka teeknooloojiin maddu ta’uu qabatamaan agarsiise- Aadde Caaltuu Saanii
Finfinnee, Sadaasa 8, 2018(FMC) – Ministirri Ministeera Magaalaafi Bu’uuraalee Misoomaa aadde Caaltuu Saaniin fooramii 10ffaan magaalotaa magaalonni bakka beekumsi teeknooloojii maddu ta’uu…
Afaaritti Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob hojii eegale
Finfinnee, Sadaasa 8, 2018 (FMC)- Naannoo Afaaritti Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob hojii eegaleera.
Sagantaa eegalchiisa giddugalicharratti Pireezidaantii Naannoo Afaar obbo Awwal…
Dhimmoonni mul’ata biyyaa waliin hidhata qaban inistiitiyuutii Hubannoo Namtolcheetti mul’ataniiru-…
Finfinnee, Sadaasa 8, 2018(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad dhimmoonni mul’ata biyyaa waliin hidhata qaban Inistiitiyuutii Hubannoo Namtolchee Itiyoophiyaatti mul’ataniiru…
Qorannoowwan Yuunivarsiitii Jimmaatti hojjetaman bu’aa fidaa jiru
Finfinee, Sadaasa 7, 2018 (FMC) - Biyyee dhiqamaa fi asiidummaan miidhamuun misooma hinkennine karaa uumamaan akka bayyaanatuuf oomishtummaa fooyyessuuf qorannoowwan Yuunivarsiitii…