Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Biyyi kan ijaaramtu walharkaa fuudhiinsa dhalootaani- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Onkoloolessa 11, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad biyyi kan ijaaramtu walharkaa fuudhiinsa dhalootaani jedhan.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad…
Naannichatti kurmaana jalqabaa bara 2018 dameelee hundaan bu’aa jajjabeessan galmaa’e- Obbo Ordiin…
Finfinnee, Onkoloolessa 11, 2018 (FMC)-Naannoo Hararitti kurmaana jalqabaa bara 2018’tti dameelee hundaan bu’aaleen jajjabeessaan galmaa’aniiru jedhan Pirezidaantiin Naannichaa Obbo Ordiin…
Hojiin misoomaa Baaleetti hojjetamu Oromiyaarra darbee biyyaaf faayidaa guddaa qaba- Dooktar…
Finfinnee, Onkoloolessa 11, 2018(FMC)- Hojiin misoomaa Baaleetti hojjetamu Oromiyaarra darbee biyyaaf faayidaa guddaa kan qabudha jedhan Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Misoomaa Mootummoota…
Hojiileen misoomaa Baaleetti hojjetame naannawaa hundaaf bu’uura – obbo Shimallis…
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2018 (FMC) – Hojiileen misoomaa Baaleetti hojjetame Oromiyaa qofa osoo hin taane naannawaa hundaaf bu'uura kan ta'uudha jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo…
Daandii badii cinaatti dhiisuun qabeenya kuufamaa qabnutti sirnaan fayyadamuu qabna – Obbo…
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2018 (FMC) – Daandii badii cinaatti dhiisuun qabeenya kuufamaa qabnu misoomsuu fi sirnaan fayyadamuu qabna jedhan Pireezidaantiin duraanii naannoo Oromiyaa Obbo…
Qabeenyi Kuufamaan Baalee qofti Itiyoophiyaaf gahaadha – Ambaasaaddar Reedwaan Huseen
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2018 (FMC) – Qabeenyi Kuufamaan Baalee qofti Itiyoophiyaaf gahaadha jedhan Daayrekterri Olaanaan Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen.…
Hojiileen misoomaa Gaarreen Baaleetti hojjetamaa jiran qabeenya naannawichaa mul’iseera…
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2018 (FMC) – Hojiileen misoomaa Gaarreen Baaleetti hojjetamaa jiran qabeenya naannawichaa mul'iseera jedhan Hoggantoota duraanii.
Hoggantoonni duraanii fi…
Qabeenyi uumamaa Baalee jiru eessayyuu hin jiru – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2018 (FMC) – Qabeenyi uumamaa Baalee jiru addunyaarra eessayyuu hin jiru jedhan Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad.
Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Sadarkaa biyyaatti fedhii fi dhiyeessii oomishaa walmadaalsisuun dhimma xiyyeeffannoo gaafatuudha…
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2018 (FMC) – Sadarkaa biyyaatti fedhii fi dhiyeessii oomishaa walmadaalsisuun dhimma xiyyeeffannoo gaafatuudha jedhan Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii…
Sassaabbii oomishaa godina Shawaa Bahaatti
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2018 (FMC) – Godina Shawaa Bahaatti sassaabbin oomisha Xaafii, Qamadii fi Boloqqee aanaalee garaagaraa keessatti eegalameera.
Itti gaafatamaan waajjira qonnaa…