Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalichatti lammiileen alaa Doolaara maxxansina jechuun yakka raawwachaa turan 2 to’ataman
Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinnneetti lammiilee alaa Doolaara Ameerikaa maxxansina jechuun yakka raawwachaa turan 2 to’atamuu ibsameera.
Namoonni…
Rasaasonni garaagaraa ABO shaneef ergamuuf ture to’atame
Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC) – Rasaasonni garaagaraa ABO shaneef ergamuuf ture kumni 2 fi 900 to’atamuu ibsameera.
Raasaasni kumni 2 fi 900 Konkolaataa Simmintoo fe’ee Dabra…
ABUT Naannoo Afaar aanaa Raahileetti irra deebiin lammiilee nagaarratti haleellaa raawwate jedhame
Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC) –Gareen shororkeessaa ABUT Naannoo Afaar karaa Kiilbaatii Raasuun loo’ee seenuun aanaa Raahileetti irra deebiib lammiilee nagaarratti haleellaa…
Jilli obbo Dhaabaan durfamu Godina Harargee Lixaa Aanaa Horsiisee Bulaa Gumbii Bordoddeetti hojii…
Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC) – Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa obbo Dhaabaa Dabaleen durfamu Godina Harargee Lixaa Aanaa Horsiisee Bulaa Gumbii…
Hiriirri balaaleffannaa garee Shororkeessaa ABO Shanee Godina Booranaa aanaa Dirreetti gaggeeffame
Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC) – Godina Booranaa Aanaa Dirreetti hiriirri Balaaleffanaa ABO Shanee fi deeggarsa Rayyaa Ittisa Biyyaa gaggeeffame.
Shaneen diina Uummataa…
Hiriirri balaaleffannaa garee Shororkeessaa ABO Shanee sadarkaa Godina Arsii Lixaatti gaggeeffame
Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC) –Hawaasni aanaalee godinichaa 13 fi bulchiinsota magaalaa 2 irraa walitti babba’an Istaadiyeemii magaakaa Nageellee Arsiitti argamuun hiriira…
Ministeerichii fi waamamtoonni isaa Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisan
Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC) – Ministeerri Misooma Magaalaa fi Konistiraakshinii fi dhaabbileen waamamtootaa Raayyaa Ittisa biyyaaf deeggarsa taasiisaniiru.…
Daandiin Godina Arsii aanaalee Zuwaay Dugdaa fi Heexosaa walquunnamsiisu ciccituun rakkachaa…
Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC)- Daandiin Godina Arsii aanaalee Zuwaay Dugdaa fi Heexosaa walquunnamsiisu ciccituun rakkachaa jiraachuu jiraattoonni aanaalee kanneenii…
Jiraattoonni Magaalaa Miillee ajjeechaa gareen shororkeessaa ABUT namoota nagaa irratti raawwate…
Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC)- Naannoo Afaaritti jiraattonni Magaalaa Miillee ajjeechaa gareen shororkeessaa ABUT lammiilee nagaa irratti raawwate balaaleeffachuuf hiriira…
Bulchiinsi magaalichaa lammiilee balaa lolaan miidhamaniif deeggarsa taasiise
Finfinnee, Hagayya 14, 2013 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee lammiilee naannoo Addabaabayii Jarmanitti balaa lolaan lubbuu dhaban 8f deeggarsa garaagaraa taasiise.
Kibxata darbe…