Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalichatti hojii shororkeessummaatif ooluuf kan ture gajaraan kumni 10 ol to’annaa jala oole
Finfinnee, Hagayya 14, 2013 (FBC)-Hojii shororkeessuummaatif ooluuf kan ture gajaraan kumni 10 ol to’annaa jala ooluu Kutaa magaalaa Addis kataamaatti buufanni poolisii naannoo Markaatoo…
Dhaabbileen miidiyaa Lixaa tokko tokkoo haalli naannoo Tigraay ittin gabaasaan itti gaafatamuummaan…
Finfinnee, Hagayya 14, 2013 (FBC)-Haala olaantummaa seeraa kabachiisuu naannoo Tigraay wal qabsiisee dhaabbilee miidiyaa lixaa tokko tokkoo haalliitti gabaasaan itti gaafatamuummaan…
Qaamolee daba diinagdee uumaanirratti tarkaanfiin ni fudhatamaa-Bulchiinsa magaalaa Finfinnee
Finfinnee, Hagayya 14, 2013 (FBC)-Itti aantuun Kantiibaa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanch Abeebee qaamolee daba diinagdee uumaanirratti tarkaanfiin ni fudhatamaa jedhaniiru.
Qaamolee daba…
Humni diinaa garee shoroorkeessaa olaanaa Tsaadiqaan G/Tinsaa’een durfamu raayyaa ittisa biyyaan…
Finfinnee, Hagayya 14, 2013 (FBC)- Humni diinaa garee shoroorkeessaa olaanaa Tsaadiqaan G/Tinsaa’een durfamu raayyaa ittisa biyyaa Walloo Kaabaarratti bobba’een rukutameera.
Yeroo amma…
Hojjettoonni Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Umamaa Oromiyaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii…
Finfinnee, Hagayya 14, 2013 (FBC)- Hojjettoonni Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Umamaa Oromiyaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 3 fi kuma 100 ol gumaachaniiru.
Biirichi haala…
Kutaan Magaalaa Gullallee raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa meeshaalee Birrii miiliyoona 60tti…
Finfinnee, Hagayya 14, 2013 (FBC)- Kutaan Magaalaa Gullallee raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa meeshaalee Birrii miiliyoona 60tti tilmaamamu sangootaa 265 fi kanneen biroo taasiseera.…
Dooktar Abiy Ahimad eegdoota Ityoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa agarsiisan galateeffatan
Finfinnee, Hagayya 14, 2013 (FBC)- Muummen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad kutaa biyyatti hundaatti eegdoota Ityoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa agarsiisan galateeffataniiru.…
ABUT haleellaa shororkeessummaa Dabra Taabooritti raawwatee sadarka idil addunyaatti duulli mormii…
Finfinnee, Hagayya 14, 2013 (FBC)- Guyyaa kaleesaa gareen ABUT haleellaa shororkeessummaa Dabra Taabooritti raawwatee sadarka idil addunyaatti duulli mormii Twiitara eegaleera.
Duulichi…
Shakkamtoonni 2 Biiraa fe’aan konkolaattootaa fe’umsaa hatuun miliquuf turan to’annaa jala oolan
Finfinnee, Hagayya 14, 2013 (FBC)- Shakkamtonni qabeenya maallaqaa Birrii miiliyoona 4 fi kuma 700 ol tilamamuu qabu Biiraa saanduqaa 638 fi konkolattoota hatuun miliquuf osoo yaalanii…
Yuunvarsiitiin Dirree Dawaa lammiilee Kaaba Wallootti buqqa’aaniif deeggarsa meeshaalee garagaraa…
Finfinnee, Hagayya 14, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Dirree Dawaa lammiilee Kaaba Walloo sababa haleellaa juuntaan buqqaa'anii Magaalaa Dassee fi Kombolchaatti argamaniif deggarsa meeshaalee…