Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhalatoonni naannoo Tigraay magaalaa Finfinnee jiraataan raayyaa ittisa biyyaaf dhiiga arjooman
Finfinnee, Hagayya 14, 2013 (FBC)- Dhalatoonni naannoo Tigraay magaalaa Finfinnee jiraataan raayyaa ittisa biyyaaf dhiiga arjoomaniiru.
Ministirri Ministeera Innooveeshinii fi…
Jiraattoonni magaalaa Asallaa hiriira balaaleeffannaa garee shororkeessaa Shanee fi ABUT bahan
Finfinnee, Hagayya 14, 2013 (FBC)- Jiraattoonni magaalaa Asallaa hiriira balaaleeffannaa garee shororkeessaa Shanee fi ABUT bahaaniiru.
Kutaan hawaasa garagaraa godina Arsii, magaalaa…
Jiraattoonni magaalaa Dukaam hiriira balaaleeffannaa garee shororkeessaa Shanee fi ABUT gaggeessan
Finfinnee, Hagayya 14, 2013 (FBC)- Jiraattoonni magaalaa Dukaam hiriira balaaleeffannaa garee shororkeessaa Shanee fi ABUT gaggeessaniiru.
Shira gareewwan lameenii mormuun raayyaa ittisa…
Jiraattoonni naannoo Sidaamaa garee shororkeessaa ABUT balaaleeffatan
Finfinnee, Hagayya 14, 2013 (FBC)- Jiraattoonni naannoo Sidaamaa garee shororkeessaa ABUT akka balaaleeffatanii fi raayyaa ittisa biyyaa akka deeggaran hiriira bahuun ibsaniiru.…
Jiraattoonni magaalaa Amboo fi naannawaashee Shanee fi ABUT balaaleeffachuun hiriira bahan
Finfinnee, Hagayya 14, 2013 (FBC)- Jiraattoonni magaalaa Amboo fi naannawaashee Shanee fi ABUT balaaleeffachuun hiriira bahaniiru.
Jiraattoonni Godina Shawaa Lixaa fi Magaalaa Amboo…
Lammiilee sababa garee shororkeessaa ABUT tiin qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’an…
Finfinnee, Hagayya 13, 2013 (FBC) – Lammiilee sababa garee shororkeessaa ABUT tiin qa'ee fi qabeenya isaanirraa buqqa'an kuma dhibba 3 fi kuma 76 oliif deeggarsi namoomaa dhiyaachuu…
Daandiin Qarree Gohaa Goojjam geessu galgala kanaa eegalee tajaajilaaf banaa ta’e
Finfinnee, Hagayya 13, 2013 (FBC) – Sababa sigiga lafaa muudateen cufamee kan ture Daandiin Qarree Gohaa Goojjam geessu galgala kanaa eegalee tajaajilaa Geejjibaaf banaa ta'uu ibsameera.…
Dooktar Abiy Afrikaanoota wayita rakkoo Ityoophiyaa cinaa dhaabbatan galateeffatan
Finfinnee, Hagayya 13, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Afrikaanoota wayita rakkoo Ityoophiyaa cinaa dhaabbatan hunda galateeffataniiru.
Obboleeyyaan,…
Michummaan garee Shororkeessaa ABUT waliinii maqaa ABOn lallabame Adda Bilisummaa Oromoo hin…
Finfinnee, Hagayya 13, 2013 (FBC)-Michummaan garee Shororkeessaa ABUT waliinii maqaa ABOn lallabame Adda Bilisummaa Oromoo hin ilaallatu jedhameera.
Ibsa Adda Bilisummaa Oromoorra…
Aadde Daagimaawwiit Mogaas Ityoophiyaatti gorsaa dhimmoota daldalaa fi diinagdee Chaayinaa waliin…
Finfinnee, Hagayya 13, 2013 (FBC)-Ministirri Ministeera Geejjibaa aadde Daagimaawwiit Mogaas Ityoophiyaatti gorsaa Ministeera dhimmoota daldalaa fi diinagdee Chaayinaa Yaang Yaahaang waliin…