Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Musxafen barattoota dhaabbilee garaagaraa eebbifaman waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 13, 2013 (FBC) – Itti Aanaan Preezdaantii Naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammad barattoota dhaabbilee barnootaa olaanoo garaagaraa eebbifaman waliin mari’ataniiru.…
Ministeerri Aadaa fi Turiizimii raayyaa ittisa biyyaaf gala qopheesse
Finfinnee, Hagayya 13, 2013 (FBC)-Haggantoonnii fi Hojjettoonni Ministeera aadaa fi turiizimii fi dhaabbilee itti wamaamoo raayyaa ittisa biyyaaf galaa qopheessaniiru.
Sirna qopheessa…
Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa Chaayinaa Minsiteera Raayyaa Ittisaa Ityoophiyaaf deeggarsa…
Finfinnee, Hagayya 13, 2013 (FBC) – Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa Chaayinaa Minsiteera Raayyaa Ittisaa Ityoophiyaaf talaallii Covid -19 doozii kuma dhibba 2 deeggarsa taasiiseera.…
Hoggantoonnii fi hojjettoonni Ministeericha raayyaa ittisaaf deeggarsa taasisaan
Finfinnee, Hagayya 13, 2013 (FBC)- Lubbuusaa laachaa kan jiruu fi gatii kaffalaa kan jiru raayyaa ittisa biyyaaf dhiiga keenya ni arjoomna jedhan hoggantoonnii fi hojjettoonni Ministeera…
Ministeerri Dhimma Alaa tajaajila Onlaaynii laachuu eegale
Finfinnee, Hagayya 13, 2013 (FBC)- Ministeerri Dhimma Alaa tajaajila Onlaaynii laachuu har’a eegaleera.
Ministeerichi tajaajila Viizaa hawaasa dippiloomaatii fi dhaabbilee idil…
Miidiyaaleen dhimma haala yeroorratti odeeffannoo sirrii ummataan ga’uu akka qaban ibsameera
Finfinnee, Hagayya 13, 2013 (FBC) – 'Ga’ee miidiyaa lee ijaarsa biyyaaf' mata duree jedhuun ogeeyyii miidiyaa dhaabbilee garaagaraa keessaa walitti babba’an waliin mariin taasiifameera.…
Dirree Dawaatti dubratoonni ganda tokko raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii kuma dhibba 7 fi…
Finfinnee, Hagayya 13, 2013 (FBC)- Bulchiinsa Dirree Dawaatti dubratoonni ganda tokko raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii kuma dhibba 7 fi kuma 58 taasisaaniiru.
Dubartoonni kunneen…
Gaashanaan garee ABUT irraa bilisoomte – Komishinar Bissaxxi Geetahuun
Finfinnee, Hagayya 13, 2013 (FBC) - Gaashanaan garee ABUTirraa bilisoomuu Komishinarri Komishinii Poolisii Naannoo Amaaraa gargaaraan Komishanaraa Bissaxxi Geetahuun ibsan.
Raayyaan…
Emireetoonni Araba Gamtoomanii lammiilee Naannoo Tigraayii buqqa’aniif deeggarsa taasiifte
Finfinnee, Hagayya 13, 2013 (FBC) - Emireetoonni Araba Gamtoomanii lammiilee Naannoo Tigraayii buqqa’aniif deeggarsa midhaan nyaataa taasiisuu ibsameera.
Sagantaa Nyaataa…
Miseesoonni Liigii Dubartootaa fi Kookasii Dubartootaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa taasisaan
Finfinnee, Hagayya 13, 2013 (FBC)- Mana maree bakka bu’oota ummataatti miseensoonni liigii dubartootaa fi kookasii dubartoota raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa galaa taasisaan.
Deeggarsi…