Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Daawwannaa Muummeen Ministiraa Turkitti taasiisaniin waliigalteen 4 mallattaa’uu ibsame
Finfinnee, Hagayya 13, 2013 (FBC) - Daawwannaa Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Turkitti taasiisanii Ityoophiyaa fi Turki gidduutti waliigalteen 4 mallattaa’uu ibsameera.…
Daawwannaan Muummee Ministiraa Turkitti taasiisan bu’aa qabeessa ture – Ministeera Alaa
Finfinnee, Hagayya 13, 2013 (FBC) - Daawwannaan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Turkitti taasiisan bu’aa qabeessa kan ture ta’uu Ministeera Dhimma Alaa beeksiise.…
Manni Maree naannoo Hararii yaa’ii idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Hagayya 13, 2013 (FBC) - Manni Maree naannoo Hararii Yaa’ii idilee marsaa 5ffaa bara hojii 6ffaa gaggeessu eegaleera.
Manni marichaa yaa’ii idilee guyyoota…
Hoggantoonnii fi Hojjettoonni Waajjira Preezdaantii bulchiinsa mootummaa naannoo Oromiyaa Raayyaa…
Finfinnee, Hagayya 13, 2013 (FBC) - Hoggantoonnii fi Hojjettoonni Waajjira Preezdaantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Raayyaa Ittisa Biyyaa lubbuu isaa qaalii uummatasaaf kennee…
Jiraattoonni godinaalee Booranaa fi Harargee Bahaa hiriira balaaleffannaa Shanee fi ABUT bahan
Finfinnee, Hagayya 13, 2013 (FBC)- Jiraattoonni godinaalee Booranaa aanaa Dubuluqii fi Harargee Bahaa Aanaa Meettaa Magaalaa Calanqoo hiriiraa balaaleffanaa ABO Shanee fi ABUT bahaniiru.…
Tiraaktaroonni qonnaa ammayyaa agarsiisa yaaliif dhiyaatan
Finfinnee, Hagayya 13, 2013 (FBC) - Dhaabbanni daldala walii galaa meeshaalee qonnaa Keenyaa Tiraaktararoota hidhamanii tajaajiia kennan Godina Arsii Lixaa Aanaa Shaashamannee…
Shaampiyoonaa Atleetiksii addunyaan har’a fiigichi xumuraa fageenya meetira kuma 5 fi kuma 3 ni…
Finfinnee, Hagayya 13, 2013 (FBC) - Shaampiyoonaa Atleetiksii addunyaa 18ffaa umrii waggaa 20 gadii Naayiroobitti gaggeeffamaa jiruun fiigicha xumura fageenya meetira kum 5 dhiirootaa fi…
Dooktar Abiy daawwannaa isaanii xumuruun eda galgala Finfinnee galaniiru
Finfinnee, Hagayya 13, 2013 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad daawwaannaa Turkitti taasiisan xumuruun halkan eda Finfinnee galaniiru.
Dooktar Abiy Kabajamoo…
Shaampiyoonaa Atleetiksii addunyaa umrii waggaa 20 gadii Naayiroobiitti gaggeeffamaa jiruun…
Finfinnee, Hagayya 12, 2013 (FBC) – Shaampiyoonaa Atleetiksii addunyaa umrii waggaa 20 gadii Keeniyaan Naayiroobiitti gaggeeffamaa jiruun fageenya kuma 3 Atleetoonni Ityoophiyaa…
Ityoophiyaa fi Turki damee loltummaan tumsaan hojjechuuf walii galan
Finfinnee, Hagayya 12, 2013 (FBC) - Ityoophiyaa fi Turki damee loltummaan tumsaan hojjechuuf waliigaltee mallatteessaniiru.
Waliigalticha Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa…