Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamu lammiilee aanaalee godina Arsii Lixaatti rakkoo uumaaman…
Finfinnee, Hagayya 12, 2013 (FBC) – Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamu Godina Arsii Lixaa aanaa Shaallaatti argamuun lammiilee balaa Uumamaan rakkoo beelaaf saaxilaman…
Dooktar Abiyyiif simannan baga nagaan dhuftanii taasiifame
Finfinnee, Hagayya 12, 2013 (FBC) – Daawwannaa hojiif gara Turki Ankaaraa kan imalan Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif simannaan baga nagaan dhuftanii taasiifame.
…
Mootummaa naannoo Oromiyaa hiriira balaaleffannaa ABO Shanee magaalota garaagaraa keessatti…
Finfinnee, Hagayya 12, 2013 (FBC) – Bulchiinsi mootummaa naannoo Oromiyaa hiriira balaaleffannaa gurmuu shororkeessaa ABO Shanee kaka’umsa ummataatiin qophaa’ee guyyaa har’aa magaalotaa fi…
Barnoota Nageenyaa Yuunvarsiitiwwan keessatti eegalchiisuuf waliigalteen mallattaa’e
Finfinnee, Hagayya 12, 2013 (FBC) – Barnoota Nageenyaa Yuunvarsiitiwwan keessatti eegalchiisuuf waliigalteen mallattaa’eera.
Waliigalteen Barnoota Nageenyaa Yuunvarsiitiwwan…
Daandii Qarree Gohaa Dajan geessu boru tajaajila eegalchiisuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Hagayya 12, 2013 (FBC) – Sababa sigiga lafaan daandii Qarree Gohaa Goojjama geessu cufamee ture guyyaa boru walakkaan tajaajila eegalchiisuuf hojjetamaa jiraachuu Abbaan…
Jiraattoonni magaalaa Alataa Wandoo hiriira balaaleffannaa qochalaa ABUT fi Shanee gaggeessan
Finfinnee, Hagayya 12, 2013 (FBC) –Jiraattoonni Naannoo Sidaamaa magaalaa Alataa Wandoo hiriira balaaleffannaa qochalaa ABUT fi Shanee gaggeessaniiru.
Birmadummaa gareen…
Jiraattoonni magaalaa Dasee buqqatoota naannichaa waliin ayyaanna Ukee kabajan
Finfinnee, Hagayya 12, 2013 (FBC) –Jiraattoonni magaalaa Dasee buqqatoota naannichaa irraa buqqa'uun magaalaa Dasee keessa jiran waliin ayyaanna Ukee/Bohee kabajaan.
Sababaa…
Boordichi gabaasa qoranno galmee Filannoo naannoo Somaaleetti gaggeessa paartilee siyaasaaf…
Finfinnee, Hagayya 12, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa qorannoo galmee filattootaa naannoo Somaaleetti gaggeeffame ilaalchisee gabaasa qorannoo paartilee siyaasaaf…
Naannoo Harariitti dhaabbanni Tajaajila Qalmaa ammayyaa birrii miiliyoona 77 ijaarrame eebbifame
Finfinnee, Hagayya 12, 2013 (FBC) –Naannoo Hararii aanaa Soofiitti dhaabbanni Tajaajila Qalmaa Ammayyaa Birrii miiliyoona 77 ijaarrame eebbifameera.
Saganticharratti…
Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamu Godina Arsii Lixaatti Oomisha kilaastera qonnaa Aanaa Doddolaa…
Finfinnee, Hagayya 12, 2013 (FBC) – Jilli Sadarkaa Itti aanaa Preezdaantiitti Qindeessaa Kilaastera misooma Baadiyyatiin Doktar Girmaa Amanteetiin durfamu Godina Arsii Lixaatti Oomisha…