Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Dooktar Abiyyiin durfamu daawwannaa hojiif Turki magaalaa Ankaaraa gale
Finfinnee, Hagayya 12, 2013 (FBC) –Jilli Muummee Ministiraa Dooktar FDRI Abiy Ahimadiin durfamu daawwannaa hojiif Turki magaalaa Ankaaraa galeera.
Dooktar Abiy turtii isaaniin…
Magaalaa Ambootti dhaabbilee daldalaa seeran ala daballii gatii taasiisanirratti tarkaanfiin…
Finfinnee, Hagayya 12, 2013 (FBC) – Magaalaa Ambootti dhaabbilee daldalaa seeran ala daballii gatii taasiisanirratti tarkaanfiin fudhatamuu Bulchiinsi magaalichaa beeksiise.
…
Aadde Adaanach iddoolee balaa lolaan miidhaman daawwatan
Finfinnee, Hagayya 12, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee iddoolee balaan lolaa jiraattootaa fi qabeenyarra miidha qaqqabsiise daawwataniiru.…
Torbee kanaa eegalee lammiileen Saa’ud Arabiyaatti manneen hidhaa keessa jiran gara biyyaa ni…
Finfinnee, Hagayya 12, 2013 (FBC) - Torbee kanaa eegalee lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti manneen hidhaa keessaatti argaman gara biyyaa kan deebi’an ta’uu ibameera.
Torbeetti…
Koollejjiin Poolisii naannoo Amaaraa Poolisii humna addaa leenjisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Hagayya 12, 2013 (FBC) - Koollejjiin Poolisii naannoo Amaaraa Poolisii humna addaa marsaa 8ffaaf leenjisaa ture eebbisiiseera.
Sirna eebbaa magaalaa Dabra Maarqositti…
Dargaggoonni magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhii hiriira balaaleeffannaa ABO Shanee gaggeessan
Finfinnee, Hagayya 12, 2013 (FBC) - Dargaggoonni magaalaa Laga Laafoo Lagaa Daadhii hiriira balaaleffannaa shannee fi garee ABUT gaggeessaniiru.
Hiriiricharratti sadarkaa…
Magaalota Oromiyaa garaagaraatti hiriirri balaaleeffannaa ABO Shanee gaggeeffame
Finfinnee, Hagayya 12, 2013 (FBC) - Magaalota Oromiyaa garaagaraatti hiriirri balaaleeffannaa ABO Shanee fi deeggarsa Raayyaa Ittisaa gaggeeffameera.
Jiraattoonni magaalaa…
Magaalaa Jimmaatti hiriirri balaaleffannaa Shanee gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 12, 2013 (FBC) - Magaalaa Jimmaatti hiriirri balaaleffannaa ABO Shanee gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.
Muktaar Xahaatu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyan…
Magaalaa Finfinneetti balaa lolaa muudateen lubbuun namoota 7 darbuu ibsame
Finfinnee, Hagayya 12, 2013 (FBC) - Magaalaa Finfinnee Rooba Cimaa Cabbiin makate guyyaa kaleessaa Roobeen hanga ammaatti lubbuun namoota 7 darbuun ibsame.
Balaa lolaa muudateen…
Magaalaa Finfinneetti Rooba cimaa Cabbii makate roobeen lubbuu namaa fi qabeenyarra miidhaan…
Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti har'a waaree booda Rooba cimaa Cabbii makate roobeen lubbuu namaa fi qabeenyarra miidhaan ga'uu ibsame.
Miidhaa lubbuu namaa fi…