Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gochaa gaariin wayita baatii Ramadaanaa muul’atu yeroo hunda cimee itti fufuu qaba –…
Finfinnee, Caamsaa 4, 2013 (FBC) – Preezdaantoonni naannolee ayyaana Iid Al Faxirii waggaa 1442ffaaf kabajamuu sababeeffachuun erga baga geessanii dabarsaniiru.
Preezdaantiin…
Naannoo Harariitti waggoota 110niin dura Qoonsilaa Turkii kan ture giddugala Aadaa Turkii ta’uun…
Finfinnee, Caamsaa 4, 2013 (FBC) – Naannoo Harariitti waggoota 110niin dura Qoonsilaa Turkii kan ture giddugala Aadaa Turkii ta’uun banamuu ibsame.
Naannichatti Qoonsilaa Ootumaan…
Ijaarsa Proojektii Misooma Jallisii 6f fooyya’iinsi qorannoo fi Dizzaayinii hojjetamaa jiraachuu…
Finfinnee, Caamsaa 4, 2013 (FBC) – Proojektoota Misooma Jallisii 6 baasii Birrii miiliyoona 53 ijaarramaniif fooyya’iinsa Qorannoo fi Dizzaayinii hojjetamaa jiraachuu Komishiniin…
Preezdaant Saahilawarq Ugaandaa galan
Finfinnee, Caamsaa 4, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen sirna waadaa galuu Preezdaantii Ugaandaa Yooweerii Kaaguutaa Museeveeniirratti hirmaachuuf Ugaandaa galaniiru.…
Barattoota qabxii olaanaa galmeeessaniif sagantaan beekkamtii laachuu gaggeeffame
Finfinnee, Caamsaa 4, 2013 (FBC) – Barattoota akka naannoo Oromiyaatti qabxii olaanaa galmeessaniif sagantaan beekamtii kennuu geggeeffameera.
Sagantaan beekamtii kennuu…
Duudhaa fi safuu akka ummataatti qabnu wantota gaaffii keessa galchan qolachuufi hawaasa bal’aa…
Finfinnee, Caamsaa 4, 2013 (FBC) – Af yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Loomii Badhoon Ayyaana Iid Al-faxiir 1442ffaa sababeeffachuun hordoftootaa amantaa Islaamaaf ergaa baga…
Ayyaana Iid Al faxirii sababeeffachuun boru ganama Madfiin si’a sagal ni dhukaafama jedhame
Finfinnee, Caamsaa 4, 2013 (FBC) –Ayyaana Iid Al faxirii waggaa 1442ffaa guyyaa boruu kabajamu sababeeffachuun ganama 12:00 irratti Madfiin si’a sagal kan dhukaafamu ta’uu…
Sagantaan Afxiraa karaa nagaan xummuramuu Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee beeksiise
Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC) - Sagantaan Afxiraa daandirratti sirna hoo'aan gaggeeffame karaa nagaan xummuramuu Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee beeksiiseera.
Saganticharratti…
Ayyaanni Iid Al Afxiraa waggaa 1442ffaan Kamisa kan kabajamu ta’uu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC) – Ayyaanni Iid Al Afxiraa waggaa 1442ffaan Kamisa dhufu kan kabajamu ta’uu Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa Ityoohiyaa ibseera.
Manni Marichaa ibsa…
Sagantaan Afxiraa gaggeeffame
Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC) – Sagantaa jaalalaa, tokkummaa fi waliif yaaduu kan ta’e sirni Afxiraa magaalaa Finfinnee daandirratti gaggeeffame.
Sagantichi Baambisii…