Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sagantaan Afxiraa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC) – Sagantaa jaalalaa, tokkummaa fi waliif yaaduu kan ta’e sirni Afxirii magaalaa Finfinnee daandirratti gaggeeffamaa jira.
Sagantichi Baambisii hanga…
Ramadaanni mallattoo tokkummaa jabaadha – Obbo Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC) – Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan ergaa baga geessanii ayyaana Iid Al faxirii bara 2013 dabarsaniiru.
Obbo…
Abbootiin amantaalee garaagaraa fi dargaggoonni iddoolee Afxiraan itti gaggeeffamu qulqulleessan
Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC) – Abbootiin amantaalee garaagaraa fi dargaggoonni iddoolee Afxiraan itti gaggeeffamu qulqulleessaniiru.
Magaalaa Finfinneetti abbootiin…
Sooma Ramadaanaa sababeeffachuun sirna Afxiraa gaggeessuuf qophiin xummurame
Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC) – Sooma Ramadaanaa waggaa 1442ffaa sababeeffachuun magaalaa Finfinneetti sirna Afxiraa gaggeessuuf qophiin xummuramuu Komishiniin Poolisii…
Magaalaa Adaamaatti ayyaana Iid Al Faxiir sababeeffachuun harka qalleeyyiif deeggarsi taasifame
Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC)- Bulchiinsi Magaalaa Adaamaa ayyaana Iid Al Faxiir sababeeffachuun harka qalleeyyiif uffata adda addaa fi re'oota laateera.
Kantiibaan Bulchiinsa…
Boordichi Sanbata darberraa eegalee iddoowwan manneen jireenyaa waliiniitti buufatalee dabalataa…
Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Sanbata darberraa eegalee Magaalaa Finfinnee hanqina buufatalee galmee filattoota jiru furuuf iddoowwan manneen jireenyaa…
Konkolaattoonni midhaan nyaataa yeroo hatattamaa fe’an 500 gara naannoo Tigraay seenaan
Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC) – Konkolaattoonni midhaan nyaataa yeroo hatattamaa fe’an 500 gara naannoo Tigraay seenuu Sagantaan Nyaata Addunyaa beeksiise.
Dhaabbatichi…
Naannoo Tigraayitti xaa’oo biyyoo qonna gannaaf barbaachisu keessaa walakkaan naannicha seene
Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC) – Naannoo Tigraayitti xaa’oo biyyoo qonna gannaa bara 2013/14f barbaachisu keessaa walakkaan naannicha qaqqabuu Biiroon Qonnaa fi Misooma Baadiyyaa…
Ministeerichi sagantaan galateeffaannaa barsiisoota,maatii fi bararattootaa gaggeesse
Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC) – Ministeerri Barnootaa sagantaa galateeffaannaa barattoota, maatii fi barsiisootaa gaggeesseera.
Guyyaan wal galateeffannaa sadarkaa…
UNESCOn Ityoophiyaatti Proojektii guddina Indaastirii Fiilmiif gargaaru ifoomse
Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC) – Dhaabbanni Barnoota, Saayinsii fi Aadaa Mootummoota Gamtoomanii Ityoophiyaatti Proojektii guddina Indaastirii Fiilmiif tumsu ifatti hojii…