Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Dammaqaan Ambaasaaddaroota teessoosaanii magaalaa Finfinnee taasisaan waliin sagantaa Afxiraa…
Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makoonnin Ambaasaaddaroota teessoosaanii magaalaa Finfinnee taasisaan…
Komishinichi Ayyaanni Iid Al Faxir rakkoo nageenyaa tokko malee nagaan akka kabajamuuf qophii…
Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC) – Komishiniin Poolisii Federaalaa Ayyaanni Iid Al Faxir rakkoo nageenyaa tokko malee karaa nagaan akka kabajamuuf qophii barbaachisu xummuruu beeksiiseera.…
Dooktar Abiy Ahimad Preezdaant Fiiliiks Sisheekediin baga nagaan gara Ityoophiyaa dhuftan jedhan
Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC)- Muummeen Mnistiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Preezdaant Fiiliiks Sisheekediin baga nagaan gara Ityoophiyaa dhuftan jedhaniiru.
Dooktar Abiy Ahimad Ffuula…
Gamtaan Awurooppaa ogeeyyii filannoo taajjaban kan ergu ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiise
Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC) – Gamtaa Awurooppaa dabalatee Ameerikaa fi Raashiyaa keessaa ogeeyyiin walitti babba’an filannoo Ityoophiyaa marsaa 6ffaa kan taajjaban ta’uu Ministeerri…
Preezdaantiin Mana Maree Waliigalaa Dhimma Islaamummaa ergaa baga ayyaana Iidaal Faxriin isin gahee…
Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Mana Maree Waliigalaa Dhimma Islaamummaa Ityoophiyaa Muuftii Hajii Umar Idriis erga baga ayyaana Iidal Faxrii bara Hajiraa kuma 1 fi 442ffaan…
Manni Maree waldaalee damee daldalaa Ityoophiyaa fi Ityoophiyaatti waldaalee damee daldalaa…
Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC)- Manni Maree waldaalee damee daldalaa Ityoophiyaa fi Ityoophyaattii Manni Maree waldaale damee daldalaa Ameerikaa dhimmoota waloorratti waliin hojjechuuf…
Ejansichi Qonnaan Bultootaaf callaa Gidduftuu dhiyeessaa jiraachuu beeksiise
Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC) – Ejensiin Babal’ina Waldaa Hojii Gamtaa Oromiyaa qonnaan bultootaaf callaa Gidduftuu dhiyeessaa jiraachuu beeksiiseera.
Ejensiin Babal’ina Waldaa…
Hundeessituun Faawundeeshinii Niyaa fi giddugala Jooyii Otiizim aadde Zaamii Yaanuus boqatan
Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC)- Hundeessituun Faawundeeshinii Niyaa fi giddugala Jooy Otiizim aadde Zaamii Yaanuus du’aan addunyaa kanarraa boqataniiru.
Aadde Zaamii Yaanuus dhibee…
Obbo Dammaqaan Gaanfa Afrikaatti ergamaa addaa Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makoonnin Gaanfa Afrikaatti ergamaa addaa Ameerikaa…
Abbootiin qabeenya Gorgoraatti hojjetaniif laftii ijaarsa heektaarri 300 qophaa’e
Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC)- Proojaktii Maddii Biyyaa Gorgoraatti abbootiin qabeenya dameewwan garaagaraarratti invastimanitii hojjetaniif laftii ijaarsa heektaarri 300 qophaa’uu Manni…