Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Tigraayitti nageenya ummataa fi bulchiinsa gaarii mirkaneessuuf waamichi dhiyaate
Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC) – Hojii Raawwachiisaa olaanaan Bulchiinsa Yeroo naannoo Tigraay Dooktar Abrahaam Balaay naannichatti nageenya ummataa fi bulchiinsa gaarii…
Dura Taa’aan Gamtaa Afriikaa ammaa fi Preezdaantiin Rippaabilika Dimookiraatawa Koongoo Filiks…
Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC)- Dura Taa'aan Gamtaa Afriikaa ammaa fi Preezdaantiin Rippaabilika Dimookiraatawa Koongoo Filiks Sishakiid Finfinnee galaniiru.
Preezdaantichi buufata…
‘Milkii filannoo marsaa 6ffaaf gumaacha kan qabu ummata Ityoophiyaa malee qaama biraa miti’ –…
Finfinnee, Caamsaa 2, 2013 (FBC) – Rakkoo nageenyaa adeemsa filannoorratti muudachuu danda’an adda baasuun tarkaanfii fudhachaa jiraachuu mootummaan Ityoophiyaa beeksiise.
Iddoo…
Yakka naannoo Tigraay magaalaa Aksumitti raawwatame ilaalchisee ibsi laatame
Finfinnee, Caamsaa 2, 2013 (FBC) – Abbaan Alangaa Waliigala Federaalaa Yakka naannoo Tigraay magaalaa Aksumitti raawwatame ilaalchisee qorannoo gaggeessaa ture irratti ibsa…
Magaalichatti kan argaman qonnaan bultoota fi ijoollee qonnaan bultootaa 828f kaartaan mirkaneessaa…
Finfinnee, Caamsaa 2, 2013 (FBC)- Magaalaa Finfinnee kuta magaalaa Booleetti kan argaman qonnaan bultoota fi ijoollee qonnaan bultootaa 828f kaartaan mirkaneessaa qabiyyee lafaa…
Preezdaant Saahilawarq Iid sababeeffachuun hordoftoota amantaa Islaamaa harka qalleeyyii ta’aniif…
Finfinnee, Caamsaa 2, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Ayyaana Iid sababeeffachuun hordoftoota amantaa Islaamaa harka qalleeyyii ta’aniif deeggarsa taasiisaniiru.…
Aadde Adaanach giddugala nyaata Tasfaa Birhaan lammiilee 1000 ol nyaachisuu ifaatti eegalchiisan
Finfinnee, Caamsaa 2, 2013 (FBC)-Itti aantuun Kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebeen kutaa magaalaa Booleetti kan ijaarramee giddugala nyaata 2ffaa Tasfaa Birhaan ifaatti hojii…
Filannoo marsaa 6ffaa bilisaa fi amanamaa taasiisuuf qooda fudhattoota waliin hojjetamaa jira…
Finfinnee, Caamsaa 2, 2013 (FBC) – Filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaa haqa qabeessa, iftoomaa, amanamaa fi nagaa taasiisuuf qooda fudhattoota waliin hojjetamaa jiraachuu Boordiin Filannoo…
Ibsi Paatirayaarik Abunee Maatiyaas laataan Qulqulluu Siinoodoosii bakka kan hin beene ta’uu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 2, 2013 (FBC) – Ibsi Paatirayaarik Abunee Maatiyaas laataan murtoo Qulqulluu Siinoodoos kan hin taane ta’uu Manni Amantaa Ortodoksii Ityoophiyaa beeksiise.…
Ityoophiyaa fi Baankii Misooma Afrikaa waliigaltee deeggarsa Doolaraa Ameerikaa miiliyoona 31.2…
Finfinnee, Caamsaa 2, 2013 (FBC)- Ityoophiyaa fi Baankii Misooma Afrikaa waliigaltee deeggarsa Doolaraa Ameerikaa miiliyoona 31.2 mallateessaniiru.
Deeggarsichi torbe har’a Fandiin …