Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gaazexeessaa Sisaay Fidaa humna Shororkeessaa Shaneen ajjeefamuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 2, 2013 (FBC)- Gaazexeessaa Sisaay Fidaa Humna Shororkeessaa Shaneen ajjeefamuu isaa Qajeelichi Poolisii Godina Qeellam Wallaggaa beeksiseera.
Gaazexessaa fi qindeessaa…
Injinar Silashiin Gaanfa Afrikaatti ergamaa addaa Ameerikaa waliin mari’ataa jiru
Finfinnee, Caamsaa 2, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Bishaan, Jallisii fi Inarjii Dooktaar Injinar Silashii Baqqalaan Gaanfa Afrikaatti ergamaa addaa Ameerikaa Ambaasaaddar Jafirii…
Bulchinsii magaalichaa kaleessa Addabaabaay Masqalaatti sagantaan Afxiraa gufachuu dhiifama gaafate
Finfinnee, Caamsaa 2, 2013 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee kaleessa Addabaabaay Masqalaattii sagantaan Afxiraa gufachuu dhiifama gaafateera.
Itti aantuun Kantiibaa magaalaa Finfinnee…
Filannichi amanamaa, nagaa fi haqa qabeessaa akka ta’uuf shoorri dubartootaa olaanaa ta’uu…
Finfinnee, Caamsaa 2, 2013 (FBC)- Itti aantuun Kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee filaannoo biyyoolessaa amanamaa, nagaa fi haqa qabeessaa akka ta’uuf shoorrii dubartootaa…
Uwwisa bosonaa Ityoophiyaa % 17.2tti ol guddisuun danda’amuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 2, 2013 (FBC) – Ityoophiyaatti hojii cirama bosonaa hir’isuuf hojjetameen uwwisni bosonaa gara % 17.2 guddisuun danda’amuu ibsameera.
Sagantaa misooma Ashaaraa…
Sagantaan Seeftineetii marsaa 5ffaa godinaalee Oromiyaa 11 fayyadamoo taasisuu ifoome
Finfinnee, Caamsaa 2, 2013 (FBC)- Sagantaan Seeftineetii marsaa 5ffaa godinaalee Oromiyaa 11 fayyadamoo taasisuu ifoomeera.
Sagantaan seeftineetii kunis Baankii Misooma Addunyaan…
Naannoon Gaambeellaa fi bulchiinsi Appar Naayil dhimmoota naannoo daangarratti tumsaan hojjechuuf…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2013 (FBC) - Naannoon Gaambeellaa fi Sudaan Kibbaatti bulchiinsi Appar Naayil dhimmoota naannoo daangarratti tumsaan hojjechuuf walii galaniiru.
Dhimmoota nageenyaa…
Rakkoo Ityoophiyaa muudatuu injifannoo ce’uuf Ityoophiyaanoonni biyya keessaa fi alaa tokkummaan…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2013 (FBC)- Rakkoo Ityoophiyaa muudatuu injifannoo ce’uuf Ityoophiyaanoonni biyya keessaa fi alaa jiraatan tokkummaan dhaabbachu akka qaban ibsameera.
Marii haala…
Humni Addaa Oromiyaa gaachana ummata Oromoo fi biyya keenyaati-Obbo Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Caamsaa 1, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaa naanno Oromiyaa Humni Addaa Oromiyaa gaachana ummata Oromoo fi biyya keenyaati jedhaniiru.
Koolleejjiin Poolisii Oromiyaa…
Rakkoo nageenyaa godina Matakkalitti muudate waaraan furuuf tumsaa fi qindoominni hunda…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2013 (FBC)-Ministir Deettaan Ministeera Nageenyaa aadde Firee’alam Shibaabbaaw koomaand poostii fi hoggantoota godinichaa akkasumas hoggantoota naannoo Amaaraa godina…