Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Koolleejjiin Poolisii Oromiyaa poolisoota Humna Addaa Oromiyaa leenjisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Caamsaa 1, 2013 (FBC)- Koolleejjiin Poolisii Oromiyaa poolisoota Humna Addaa Oromiyaa leenjii isaanii xumuran Wiirtuu leenjii Poolisii Bulbulaatti har'a eebbisiiseera.
Sirna…
Poolisiin Federaalaa miseensoota poolisii marsaa 19ffaaf leenjisaa ture kuma 6 fi 431 eebbisise
Finfinnee, Caamsaa 1, 2013 (FBC)- Komiishinii Poolisii Federaa giddugalaa leenjii Xoollaayiitti miseensoota poolisii marsaa 19ffaaf leenjisaa ture kuma 6 fi 431 eebbisiseera.
Sirni…
Waldaa Barsiisotaa Magaalaa Finfinneef lafatti kaaree meetira kuma 3 ol qophaa’eef
Finfinnee, Caamsaa 1, 2013 (FBC) – Hojiin ijaarsa Hospitaalaafi gamoo hunda galeessaa Waldaa Barsiisotaa Magaalaa Finfinnee eegale.
Kantiibaan Ittaantuu Magaalaa Finfinnee aadde…
Rokkeettiin Chaayinaa To’annoo ala kan taate garba Indiyaatti bu’uu himame
Rokkeettiin Chaayinaa To’annoo ala kan taate garba Indiyaatti bu'uu himame
Finfinnee, Caamsaa 1, 2013 (FBC) – Rokkeettii Chaayinaa To’annoo ala kan taate garba Indiyaatti bu'uu…
Lakkoofsi namoota kaardii filannoo fudhatanii miiliyoona 31 caaluu ibsame
Finfinnee, Eebila 30, 2013 (FBC) – Hanga ammaatti lakkoofsi namoota kaardii filannoo fudhatanii miiliyoona 31 fi kuma dhibba 7 fi kuma 24 caaluu Boordiin Filannoo Biyyaalessaa beeksiise.…
Adeemsa ijaarsa sirna diimookiraasii keessatti hirmaannaan hojjettootaa murteessadha jedhame
Finfinnee, Eebila 30, 2013 (FBC) - Adeemsa ijaarsa sirna diimookiraasii keessatti hirmaannaan hojjettootaa murteessaa ta’uu Konfedereeshiniin Waldaalee Hojjettootaa beeksiise.…
Lammiileen Ityoophiyaa Sudaanitti godaansarra turan 138 gara biyyaa deebi’aniiru
Finfinnee, Eebila 30, 2013 (FBC) - Lammiileen Ityoophiyaa Sudaanitti godaansarra turan 138 gara biyyaa deebi’uu Sudaanitti Waajjirri Qoonsilaa Ityoophiyaa Gadaariif beeksiseera.…
Gamtaan Awurooppaa ogeeyyii filannoo Ityoophiyaa taajjaban erguuf fedhii qabaachuu beeksiise –…
Finfinnee, Eebila 30, 2013 (FBC) – Gamtaan Awurooppaa ogeeyyii filannoo Ityoophiyaa taajjaban erguuf fedhii qabaachuu beeksiisuu Dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar…
Biyya lammii hundaaf walqixa mijattu ijaaruuf hojjenna – Dooktar Abiy
Finfinnee, Eebila 30, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Paarkii Indaastirii Qonna Qindaa’aa Bulbulaa eebbisiisaniiru.
Baasii Birrii biiliyoona 9tti hiiquun…
Magaalaa Adaamaatti meeshaaleen waraanaa seeraan alaa to’atame
Finfinnee, Eebila 30, 2013 (FBC) – Magaalaa Adaamaatti qindoomina qaamolee nageenyaa fi hawaasaatiin meeshaaleen waraanaa seeraan alaa to’atameera.
Boombii 1, kilaashiin 1,…