Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Biyyi kan Misoomtu harka mirgaan hojjechuun harka bitaan eeguun yoo hojjetame qofa – Dooktar Abiy
Finfinnee, Eebila 30, 2013 (FBC) – Biyyi kan Misoomtu harka Mirgaan hojjechuun harka bitaan eeguun yoo hojjetame qofa jedhan Muummeen Ministiraa Dooktar. Abiy Ahimad.
Yeroo…
Yunvarsiitiin Waachaamoo barattoota kuma 1 fi 398 eebbisiise
Finfinnee, Eebila 30, 2013 (FBC) – Yunvarsiitiin Waachaamoo barattoota ogummaa garaagaraan digirii jalqabaa fi 2ffaan barsiisaa ture kuma 1 fi 398 eebbisiiseera.
Barattoota…
Paarkiin Indaastirii qindaa’aa qonnaa Bulbulaa eebbifame
Finfinnee, Eebila 30, 2013 (FBC) – Birriin biiliyoonni 6.5 baasii kan itti ta’e Paarkiin Indaastirii qindaa’aa qonnaa Bulbulaa eebbifameera.
Paarkiin Indaastirii qindaa’aa qonnaa…
Proojektiin daandii saffisaa Mojoo – Maqii – Baatuu eebbifame
Finfinnee, Eebila 30, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Proojektii daandii saffisaa Mojoo – Maqii – Baatuu eebbisiisaniiru.
Sirna eebbichaarratti…
Sosochii ABO shanee qolachuuf Poolisiin federaalaa milishoota naannoo waliin hojjechaa jiraachuu…
Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC) - Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti sosochii ABO shanee qolachuuf Poolisiin federaalaa milishoota naannoo waliin qindoominaan hojjechaa jiraachuu ibsameera.…
Roobni arfaasaa iddo tokko tokkotti lolaa umuu waan danda’uuf ofeeggannoo barbaada jedhame
Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC)- Roobni arfaasaa iddo tokko tokkotti lolaa umuu waan danda'uuf ofeeggannoo akka barbaachisu Koomishiniin hoggansa sodaa balaa hubachiise.…
Dhalattoonni naannoo Gaambeellaa Kutaa magaalaa Yakka jiraatan aadde Adaanach Abeebee galateeffatan
Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC)- Dhalattoonni naannoo Gaambeellaa magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Yakka jiraatan itti aantuu kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee…
Qaamni walabaa filannoo taajjabu kamiiyyuu birmadummaa biyyattiif dursa laachuu qaba – Mana Maree…
Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC) – Qaama walabaa idil addunyaas ta’e biyyaalessaa filannoo taajjabu kamiiyyuu birmadummaa biyyattiif dursa laachuu akka qabu Manni Maree Waloo…
Preezdaant Saahilawarq ummaanni Ityoophiyaa rakkoowwan muudatan obsaan akka darban waamicha…
Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC)- Preezdaant FDRI fi Eegduun Waldaa Fannoo Diimaa Ityoophiyaa Saahilawarq Zaawdee uummanni Ityoophiyaa martii harka walqabachuun rakkoowwan uumamaa fi…
Ityoophiyanummaan kan itti hojjannee matashee olqabnu malee kan itti boonyu miti – obbo…
Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC) – Mootummaan naannoo Oromiyaa damee Qonnaa ammayyeessuuf xiyyeeffannaan hojjetaa jiraachuu Preezdaantiin Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan…