Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yeroon galmee filattootaa guyyoota 7f dheerate
Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC) – Yeroon galmee filattootaa guyyoota 7f dheeraachuu Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa beeksiise.
Buufataalee filannoo kuma 41 fi 798 irratti…
Doolaarri Ameerikaa kumni dhibbi 1 ol seeraa ala daddabarfamaa ture to’annaa jala oole
Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC)- Doolaarri Ameerikaa kumni dhibbi 1fi kumni 10 seeraa ala daddabarfamaa ture to’annaa jala ooleera.
Hordoffii Komishinii Poolisii magaalaa…
Ityoophiyaa fi Baankiin Addunyaa waliigaltee liqaa Doolaraa Ameerikaa miiliyoona 200 mallateessan
Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC)-Ityoophiyaa fi Baankiin Addunyaa waliigaltee liqaa Doolaaraa Ameerikaa miiliyoona 200 (Birrii biiliyoona 8.4) mallateessuu Ministeerri Maallaqaa ibseera.…
Humni Qilleensaa FDRI miseensota duulaa olaantummaa seeraa mirkaneessuu keessatti shoora olaanaa…
Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC) – Humni Qilleensaa FDRI hogantoota waraanaa olaanoo riifoormii dhaabbatichaa fi miseensota hojii olaantummaa seeraa kabachisuu keessatti shoora…
Aadde Adaanach Abeebeen lammiilee deeggarsa barbaadaniif manneen jireenya dabarsan
Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC)- Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee kutaa magaalaa Yakkatti lammiilee deeggarsa barbaadaan 117f manneen jireenyaa ganda…
Tiraaktaroonni qonnaa 950 qonnaan bultootaaf kennamaa jiru
Tiraaktaroonni qonnaa 950 qonnaan bultootaaf dabarfameera
Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC)- Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Oromiyaa qonnaan bultootaa fi dargaggootaaf tiraakteroota ammayyaa…
Ayyaanni Fiichee Cambaalaalaa sababa weerara Covid-19 addabaabayiitti hin kabajamu – Obbo…
Finfinnee, Eebila 28, 2013 (FBC) - Ayyaanni Fiichee Cambaalaalaa bara kanaa sababa weerara Covid-19 addabaabayiitti kan hin kabajamne ta'uu Preedaantiin naannoo Sidaamoo obbo Dassitaa…
Ambaasaaddar Yibalxaal hayyoota Sudaan waliin mari’atan
Finfinnee, Eebila 28, 2013 (FBC) - Sudaanitti ergamaan addaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Yibalxaal Ayimroon hayyoota Sudaan waliin mari'ataniiru.
Hayyoota Kaartuum, Alniiliinii fi…
Har’aa eegalee iyyata kaadhimamtoota Bakka buusuu, Jijjiiruu fi fooyya’insa kamiyyuu kan hin…
Finfinnee, Eebila 28, 2013 (FBC) – Har’aa eegalee iyyata kaadhimamtoota bakka buusuu, Jijjiiruu fi fooyya’insa kamiyyuu kan hin keessummeessine ta’uu Boordiin Filannoo Biyyaalessa…
Sagantaan nyaata barattootaa manneen barnootaa 499 keessatti hojiirra oolu ifoome
Finfinnee, Eebila 28, 2013 (FBC) - Sagantaan nyaata barattootaa manneen barnootaa 499 keessatti hojiirra oolu ifoomeera.
Ministeerri Barnootaa Dhaabbata deeggarsa…