Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ambaasaaddaroota biyyoota miseensa mana maree nageenyaaf haala waqtaawaa Ityoophiyaarratti ibsi…
Finfinnee, Eebila 28, 2013 (FBC) - Ambaasaaddaroota biyyoota miseensa Mana Maree Nageenyaa fi biyyoota Ameerikaa Kibbaaf haala waqtaawaa Ityoophiyaarratti ibsi laatameera.…
Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomaanii Ityoophiyaatti deeggarsa namoomaaf kan oolu Doolaara miiliyoona…
Finfinnee, Eebila 28, 2013 (FBC) - Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomaanii Ityoophiyaatti deeggarsa namoomaaf kan oolu Doolaarri miiliyoonni 65 akka laatamu murteesseera.…
Sirni awwaalchaa Komiishinara poolisii naannoo Amaaraa duraanii Abarraa Addaamuu raawwate
Finfinnee, Eebila 28, 2013 (FBC) – Sirni awwaalchaa Komiishinara poolisii naannoo Amaaraa duraanii Abarraa Addaamuu Baahiir Daariitti raawwateera.
Sirna awwaalchichaarratti bakka…
Ministeerri Geejjibaa fi Diip World waloon hojjechuuf walii galan
Finfinnee, Eebila 28, 2013 (FBC) – Ministeerri Geejjibaa fi Diip World waloon hojjechuuf sanadaa waliigaltee mallateessaniiru.
Bu’uura waliigaltichaan dhaabbanni Diip World Ityoophiyaa…
Manni marichaa Wixinee Labsii bobbii hojii biyya alaa raggaasiise
Finfinnee, Eebila 28, 2013 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Wixinee Labsii bobbii hojii biyya alaa raggasiiseera.
Wixineen labsii kun daddabarsa namootaa seeraan…
Jeneraal Birhaanuu Juulaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Jaappaan waliin mari’atan
Finfinnee, Eebila 28, 2013 (FBC) – Eetaamaajoorri Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI Jeneraal Biraanuu Juulaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Jaappaan Iitoo Taakaakoo waliin mari’ataniiru.
Turtii…
Naannoo Tigraayitti hanga ammaatti deeggarsi yeroo hatattamaa Birrii biiliyoona 3.7 dhiyaachuu…
Finfinnee, Eebila 28, 2013 (FBC) - Naannoo Tigraayitti hanga ammaatti lammiilee deeggarsa barbaadaniif deeggarsi yeroo ariifachiisaa Birrii biiliyoona 3.7 dhiyaachuuu ibsameera.…
Filannoo marsaa 6ffaa akka biyyaatti gaggeeffamu lammiilee hunda hubachiisuu fi hirmaachisuun…
Finfinnee, Eebila 28, 2013 (FBC) – Filannoo marsaa 6ffaa akka biyyaatti gaggeeffamu Lammii hunda hubachiisuu fi hirmaachisuun barbaachisaadha ta’uu Hogganaan Boordii Filannoo Biyyoolessaa…
Kooriyaan Kibbaa lammiilee naannoo Tigraayitti deeggarsa barbaadaniif deeggarsa Doolaraa Ameerikaa…
Finfinnee, Eebila 28, 2013 (FBC) – Mootummaan Kooriyaa Kibbaa lammiilee naannoo Tigraayitti deeggarsa barbaadaniif deeggarsa doolaraa Ameerikaa kuma 400 Sagantaa Nyaata Addunyaaf taasisuu…
Wixinee labsii manneen murtii seera aadaa naannoo Oromiyaa hundeessuuf dhihaateerratti mari’atamaa…
Finfinnee, Eebila 28, 2013 (FBC) – Manni murtii waliigalaa Oromiyaa wixinee labsii manneen murtii seera aadaa naannoo Oromiyaa hundeessuuf dhihaatee irratti mari’atamaa jiraachuu ibsameera.…