Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mariin jalqabaa Kantiibootaa fi damee dhuunfa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Eebila 28, 2013 (FBC) –Mariin jalqabaa kantiibootaa fi damee dhuunfa gaggeeffamaa jira.
Marichi Kantibootaa fi damee dhuunfa kun guyyoota lamaaf tura jedhameera.
Ministirri…
Rakkoo mootummaa waliin qabnu biyya keenya karaa hin miineen hiikuu qabna – Ambaasaaddar…
Finfinnee, Eebila 28, 2013 (FBC) - Mariin Gumii Balal marsaa 4ffaan “Hidha Haaromsaa Guddicha Itiyoophiyaa fi Kabaja Biyyoolessaa" mata duree jedhuun geggeeffamaa jira.…
Niijariif dhimma hidha haaromsaarratti ibsi taasiifame
Finfinnee, Eebila 28, 2013 (FBC) - Miseensa Mana Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii kan taate Niijariif dhimma hidha haaromsaarratti ibsi taasiifame.…
Wixinee Imaammataa fi Tarsiimoo Nageenya Biyyaalessaarratti mariin gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Eebila 28, 2013 (FBC) – Wixinee Imaammataa fi Tarsiimoo Nageenya Biyyaalessaarratti mariin gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.
Qopheessummaa Ejansii Nageenya…
Gamaaggamni raawwii hojii misooma Qamadii Jallisii akka Oromiyaatti geggeeffameera
Finfinnee, Eebila 28, 2013 (FBC) – Gamaaggamni raawwii hojii misooma qamadii jallisii marsaa 1ffaa akka Oromiyaatti magaalaa Finfinnee Hootela Iliillitti geggeeffamuu…
Manni Maricha ABUT fi Shaneen shorkeessummaan akka moggaafamaniif yaada murtoo dhiyaate raggaasise
Finfinnee, Eebila 28, 2013 (FBC) –Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa Adda Bilisa Uummata Tigraay (ABUT) fi Shaneen shorkeessummaan akka moggaafamaniif yaada murtoo dhiyaate sagalee guutuun…
Manni marichaa yaa’ii idilee gaggeesse
Finfinnee, Eebila 28, 2013 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu'oota Uummataa bara hojii waggaa 6ffaa yaa'ii idilee 13ffaa har’a gaggeesseera.
Manni marichaa ABUT fi Shaneen shororkeessummaan…
Dooktar Muluu Naggaan Ministir Deettaa Ministeera Saayinsii fi Dhaabbilee Barnootaa Olaanoo ta’uun…
Finfinnee, Eebila 28, 2013 (FBC) – Dooktar Muluu Naggaan Ministir Deettaa Ministeera Saayinsii fi Dhaabbilee Barnootaa Olaanoo ta’uun muudamaniiru.
Hojii Raawwachiisaa olaanaa…
Obbo Damaqa Makonnin pireezidaantii Afrikaa Kibbaa Siir Raamaafosaa waliin mari’atan
Finfinnee, Eebila 27, 2013 (FBC) - Ministirri mummee itti aanaafi ministirri dhimma alaa Obbo Damaqa Makonnin pireezidaantii Afrikaa Kibbaa Siir Raamaafosaa waliin Piritooriyaatti…
Pirezidaant Saahilawarq Zawudee Niijar seenan
Finfinnee, Eebila 27, 2013 (FBC) - Pirezidaant Saahilawarq Zawudee yeroo Niijara Niiyaami gahan Ministirri mummee biyyatti Maamaad Umuudun simannaa taasisaniiru.
Dhimmi imala…