Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Doktora Abrahaam Balaay hojii gaggeessaa olaanaa bulchiinsa yeroo Naannoo Tigraay ta’uun muudaman
Finfinnee, Eebila 27, 2013 (FBC) - Doktora Abrahaam Balaay hojii gaggeessaa olaanaa bulchiinsa yeroo Naannoo Tigraay ta’uun muudaman.
Pirezidaantii paartii badhaadhina Tigiraay…
Ji’oota saglan darbanitti Birri miiliyoona 136 diyaaspooraarraa walitti qabame
Finfinnee, Eebila 27, 2013 (FBC)- Ji'oota saglan darbanitti diyaaspooraarraa ijaarsa hidha haaromsaaaf Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 36 deeggarsi walitti qabamuusaa,…
Manni maree bakka bu’oota ummataa yaa’ii idilee boru gaggeessa
Finfinnee, Eebila 27, 2013 (FBC) - Manni maree bakka bu'oota ummataa bara hojii waggaa 6ffaa yaa'ii idilee 13ffaa guyyaa boru gaggeessa.
Manni marichaa ABUT fi Shaneen…
Naannoo Somaaleetti giddugalli omishaafi raabsaa oksijina eebbifame
Finfinnee, Eebila 27, 2013 (FBC) - Naannoo Somaaleetti giddugalli omishaafi raabsaa oksijiina yaala fayyaa eebbifame.
Giddugalichi magaalaa Jigjiigaatti pireezidaantii itti anaa…
Marii hawaasaa waltaiinsaan geggeessuuf waliigalteen mallatteeffame
Finfinnee, Eebila 27, 2013 (FBC) - Ministeerri Nageenyaa naannolee fi bulchiinsa magaalotaa waliin marii hawaasaa waltaiinsaan geggeessuuf waliigaltee mallatteessee jira.…
Pirezidaant Saahilawarq guyyaa gootota Itoophiyaaf ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Eebila 27, 2013 (FBC) - Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawudee guyyaa gootota Itoophiyaa 80ffaa sababeefafchuun ergaa baga geessanii dabarsan.
Gootonni duri biyyi…
Manni Murtii Waliigalaa Oromiyaa Moosaajii bulchinsa ragaa qabeenya namaa hojiirra olchuufi
Finfinnee, Eebila 27, 2013 (FBC) Manni murtii waliigalaa Oromiyaa moosaajii qabiinsa ragaa qabeenya namaa hojjaachiisaa ture xumursiisuun hojiirra oolchuufi.
Moosaajii qabiinsa…
Bulchiinsi magaalaa goototaaf tajaajila yaala bilisaa akka argatan murteesse
Finfinnee, Eebila 27, 2013 (FBC) -Bulchiinsi magaalaa Finfinnee goototaaf tajaajila yaala fayyaa bilisaa akka argatan murteesse.
Dhabbilee fayyaa bulchiinsa magaalicha jalati…
Naannoo Hararitti hidha guddichaaf birrii miliyoona 3.7 walitti qabame
Finfinnee, Eebila 26, 2013 (FBC) -Aanaalee naannichaa keessatti naanna’a kan ture waancaan hidha guddichaa guyyaa har’a aanaa Abokar yeroo gahu simannaan taasifameera.
Hanga…
Galmeen filattootaa haala gaariirra jira-Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Eebila 26, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad gamaaggamni qophii filannoo duraa preezdaantoota naannolee fi Boordii Filannoo waliin torbanitti gaggeeffamuu…