Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy Ahimad ergaa baga guyyaa goototaan isin gahee dabarsan
Finfinnee, Eebila 26, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ergaa baga guyyaa goototaan isin gahee dabarsaniiru.
Guyyaan kun yaadannoo gootonni keenyaa biyyatti wareera…
Komiishinarri poolisii naannoo Amaaraa duraanii Abarraa Addaamuu dhibee tasaan boqotan
Finfinnee, Eebila 26, 2013 (FBC)- Komiishinarri poolisii naannoo Amaaraa duraanii Abarraa Addaamuu dhibee tasaan addunyaa kanarra du’aan boqotaniiru.
Faanaa Broodkaasting Koorporeet madda…
Magaalichatti konkolaachiftootarratti qajeelfamni haaraan Birrii 1500 hanga 500 adabsiisuu ifoome
Finfinnee, Eebila 26, 2013 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti har’arra eegalee weerara vaayrasii koroonaatin walqabsiisee konkolaachiftoota hammaan ol fe’aan irratti qajeelfama haaraa Birrii 1500…
Dhaloonni ammaa gootota Ityoophiyaa fakkeenya Afrikaa taasisuun tursiisan irraa muuxannoo…
Finfinnee, Eebila 26, 2013 (FBC)-Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee guyyaa gootota 80ffaa sababeeffachuun manneen barnootaa maqaa goototaan moggaafaman…
Naannolee filannoo galmeen filattootaa itti hin eegalleetti galmeen Ebla 29 hanga Caamsaa 13 haala…
Finfinnee, Eebila 26, 2013 (FBC)- Boordiin filannoo Biyyaaleessaa Naannoolee filannoo galmeen filattootaa itti hin eegalleetti galmeen Ebla 29 hanga Caamsaa 13 bara 2013tti haala adda…
Ityoophiyaa oolchuuf hundi tokkummaan dhaabbachu qaba-Jeneraal Birhaanuu Juulaa
Finfinnee, Eebila 26, 2013 (FBC)- Ityoophiyaa oolchuuf hundi tokkummaan dhaabbachuu akka qabu Eetaamaajoorri Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI Jeneraal Biraanuu Juulaan ibsaniiru.
Jeneraal…
Dooktar Abiy Ahimad riifoormii seeraa waggoota sadan darbaniitti hojiiwwan hojjetamaan utubaawwan…
Finfinnee, Eebila 26, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad riifoormii seeraa waggoota sadan darbaniitti hojiiwwan hojjetamaan utubaawwan badhaadhinaa fi mul’ataa…
Sudaan naannoo Beenishaanguul Gumuuz anaaf mala kan jettee Ministeerri Dhimma Alaa fudhatama…
Finfinnee, Eebila 26, 2013 (FBC)- Mootummaan Sudaan naannoo Beenishaanguul Gumuuz anaaf malaa kan jedhe Ministeerri Dhimma Alaa fudhatama dhabsiiseera.
Dubbi Himaan Ministeera Dhimma Alaa…
Kaappiteenoonni baaburaa 34 eebbifaman
Finfinnee, Eebila 26, 2013 (FBC)- Waldaan Aksiyoona Geejjibaa Baaburaa Ityoo-Jibuutii Kaappiteenoonni baaburaa 34 eebbisiseera.
Kaappiteenoonni kunneen waggoota lamaan leenjiirra kan…
Hawaasni odeeffannoon sobaa tamsa’aa jiraachuu beekee of eeggannoo barbaachisaa akka taasisuu…
Finfinnee, Eebila 26, 2013 (FBC)- Gareen yakkamtootaa Iimeelii Muumme Ministiraa duraarra odeeffannoo ergameera jechuun fakkeessuu fi deebii sobaa laachaa jiraachuu Waajjirrii Muummee…