Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli dhimmoota nageenya keessoo Sudaan Kibbaa Ityoophiyaatti Ejansii nageenya Infoormeeshinii…
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) – Jilli daayreektara olaanaa dhimmoota nageenya keessoo Sudaan Kibbaa jeneraal Alkool Kuuriin durfamu hoggantoota Ejansii Nageenya Infoormeeshinii…
Aadde Adaanach hoggantoota boordii yaa’ii dhaabbilee amantaa Ityoophiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee hoggantoota Boordii Yaa’ii Dhaabbilee amantaa Ityoophiyaa waliin mari’ataniiru.…
Baankiin daldala Ityoophiyaa walakkaa waggaatti birrii biiliyoona 83.2 sassaabe
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) – Baankiin daldala Ityoophiyaa walakkaa waggaatti birrii biiliyoona 83.2 sassaabuu beeksise.
Bara baajataa 2013 walakkaa waggaatti dameelee…
Fooramiin biizinasii Ityoo-Hindii gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) – Fooramiin biizinasii Ityoo-Hindii gaggeeffamuu eegaleera.
Fooramicharratti jilli Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi…
Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Muummee Ministiraa Neezarlaandis waliin marii’atan
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Muummee Ministiraa Neezarlaandis Maark Ruut waliin marii’ataniiru.
Muummeen Ministiraa…
Qorannoon beellama yeroo Ajajoota Waraanaa Olaanoo 4 adda cite
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) – Biiroon Qorannoo Yakkaa Komishinii Poolisii Federaalaa heera mootummaa cabsuu, milishaa leenjisuu fi milishaa qindeessuu ABUTn dirqisiifamne itti…
Qamadiin meetirik Tooniin kumni dhibbi 2 ol deeggarsa namoomaa naannoo Tigraayiif bittaan…
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) - Qamadiin meetirik Tooniin kumni dhibbi 2 ol deeggarsa namoomaa naannoo Tigraayiif bittaan raawwatamuu Komishiniin Hoggansa…
Jiraattoonni Godina Walloo Kibbaa aanaa Warra Iluu, Daalaantaa fi Ambaasaal hiriira deeggarsaa…
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) -Jiraattoonni Godina Walloo Kibbaa aanaa Warra Iluu, Daalaantaa fi Ambaasaal hiriira deeggarsaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif…
Magaalaa Finfinneetti haala gatii boba’aa waqtaawaa hordofee sirreeffamni taarifaa taasiifame
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti haala gatii boba’aa waqtaawaa hordofee sirreeffamni taarifaa taasiifamuu ibsameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata…
Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa fi Kanaadaan Ityoophiyaatti deeggarsa tajaajjila fayyaa bu’uuraa guutuu…
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) - Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa fi Kanaadaan Ityoophiyaatti vaayrasii koroonaa waliin walqabatee, deeggarsa tajaajjila fayyaa bu’uuraa guutuu danda’u…