Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalichatti taaksiiwwan Laadaa moofaa haaraan bakka buusuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti Taaksiiwwan Laadaa moofaa kuma 10 fi 500 haaraan bakka buusuuf hojjetamaa jiraachuun Abbaan Taayitaa Geejjibaa magaalichaa…
Jaappaan naannoo Tigiraayitti lammiilee miidhamanii fi buqqa’aniif kan oolu deeggarsa Birrii…
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC)- Jaappaan naannoo Tigiraayitti lammiilee miidhamanii fi buqqa’aniif kan oolu deeggarsa Birrii miiliyoona 200 fi miiliyoona 65 taasifteetti.…
Filannoon biyyaaleessaa fi Naannoleetti gaggeeffamu nagaa fi demookiratawaan akka xummuramuuf qophii…
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC)- Filannoon biyyaaleessaa fi Naannoleetti gaggeeffamu nagaa fi demookiratawaan akka xummuramuuf itti gaafatamummaa isaanii bahuuf qophii ta’uu…
Magaalaa Hawaasaatti naannoo ‘Beetasab Mamiriyaa’ jedhamutti balaa abiddaa mudateen qabeenyarra…
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC)- Magaalaa Hawaasaatti naannoo ‘Beetasab Mamiriyaa’ jedhamutti balaa abiddaa mudateen qabeenyarra miidhaan qaqqabeera.
Ajajan poolisii Magaalaa…
Ambaasaaddar Hiruut Zammanaa Beeljiyaamitti bakka buutuu ejansii invastimantii fi daldalaa Filaandar…
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC)- Ambaasaaddar Hiruut Zammanaa Beeljiyaamitti bakka buutuu ejansii invastimantii fi daldalaa Filaandar waliin marii’ataniiru.
Wayita kana…
Obbo Dammaqaan daawwannaa hojiif Hind galan
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) - Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirii Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin daawwannaa hojii Hind Niwuu Deeliihii…
Ityoophiyaanoonni 300 Saa’ud Arabiyyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2013 (FBC) - Ityoophiyaanoonni 300 Saa'ud Arabiyyaa magaalaa Jiddaarraa gara biyyaa deebi'aniiru.
Bakka bu'aan daayreektara jeneraalaa dhimmoota qoonsilaa…
Ministeerichi sagantaa barnoota biyya keessaa digirii 3ffaan tumsaan laataman ifoomse
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2013 (FBC) - Ministeerri Saayinsii fi Dhaabbilee Barnootaa Olaanoo dhaabbilee barnootaa olaanoo garaagaraatti sagantaa barnoota biyya keessaa digirii 3ffaan…
Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaan Daayreektara olaanaa Baankii Misooma Afrikaa waliin…
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2013 (FBC) - Ministirri Ministeera Bishaan, Jallisii fi Iinarjii Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaan Daayreektara olaanaa Baankii Misooma Afrikaa Cheeptoo Amoos…
Ijiinar Ayishaa Mahaammad naannoo Harariitti proojektii misooma magaalaa daawwatan
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Misooma magaalaa fi konistiraakshinii Injiinar Ayishaa Mahaammadin dabalatee qaamoleen dhimmi ilaallatu naannoleerra walitti…