Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Hiruut Kaasaaw ayyaana injifannoo Adwaa 125ffaa kabajuuf Gambeellaa galan
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Aadaa fi Tuuriizimii Dooktar Hiruut Kaasaaw ayyaana injifannoo Adwaa 125ffaa sadarkaa naannootin Gambeellaatti kabamuuf…
Dooktar Fitsuum Asaffaa Dhaabbata Misoomaa Mootummoota Gamtoomanitti bakka buutuu Fandii Misooma…
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2013 (FBC)- Komishinarri Komishinii Pilaanii fi Misoomaa FDRI Dooktar Fitsuum Asaffaa Dhaabbata Misoomaa Mootummoota Gamtoomanitti bakka buutuu Fandii Misooma…
Giiftii Dureen Zinnaash Taayyachaw qaama miidhamtootaaf Wiilcharii gumaachaan
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2013 (FBC) – Giiftii Dureen Zinnaash Taayyaachaw qaama miidhamtootaa magaalaa Hawaasaa fi naannawaa isheef wiilcharoota gumaachaniiru.
Hojiilee waajjirri…
Mariin dhimma daangaa Ityoophiyaa fi Sudaanii fi hariiroo ummataa irratti xiyyeeffate Yuunivarsiitii…
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2013 (FBC)- Mariin dhimma daangaa Ityoophiyaa fi Sudaanii fi hariiroo ummataa irratti xiyyeeffate Yuunivarsiitii Gonadaritti gaggeeffameera.
Maricharratti…
Manni Amantootaa Guutuu Wangeelaa Ityoophiyaa buqqaatota Matakkaliif deeggarsa nyaataa taasise
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2013 (FBC)- Manni Amantootaa Guutuu Wangeelaa Ityoophiyaa buqqaatota Matakkaliif deeggarsa nyaataa baasii Birrii miiliyoona 2 taasiseera.
Itti Aanaa…
Obbo Dammaqaa Makonniin har’arra eegalee Hinditti daawwannaa ni taasisu
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2013 (FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin har’arra eegalee Hinditti daawwannaa ni taasisuu…
Giifti Duree Zinnaash Taayyaachaw Mana Barumsaa Sadarkaa Lamaffaa Godina Gede’oo Aanaa Gadabiti…
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2013 (FBC)- Giifti Duree Zinnaash Taayyaachaw Mana Barumsaa Sadarkaa Lamaffaa Baanqoo Dadaatuu Naannoo Kibbaa Godina Gede’oo Aanaa Gadabiti ijaarame…
Boordichi waldhibdee hooggantoota ABBO gidduu jiru ilaalchisuun sanadoota dhiyaatan qorachuun murtoo…
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2013 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Adda Bilisummaa Biyyaalessaa Ogaadeen /ABBO/ ilaalchisuun murtoo dabarseera.
Gama obbo Raayaal Haamuud fa’iin…
Aadde Adaanach Ityoophiyaatti ambaasaaddara Isiraa’eel waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee Ityoophiyaatti ambaasaaddara Isiraa’eel Raafaa’eel Mooroov waliin…
Waraqaan eenyummaa awtoobisii Ambassaa barsiisoota giddugaleessa taasisee fooyyeeffamuufi
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2013 (FBC)- Biiroon Barnoota magaalaa Finfinnee dhaabbata tajaajilaa awtoobisii Ambassaa magaalaa fi waldaan barsiisootaa magaalaa Finfinnee waliin kenniinsa…