Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jiraattoonni magaalaa Dasee Hiriira deeggarsaa Dooktar Abiy Ahimadiif bahan
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2013 (FBC) – Jiraattoonni magaalaa Dasee, Kamisee fi Baatii Hiriira deeggarsaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif bahaniiru.…
Guutuu Oromiyaatti ayyaana injifannoo Adwaa waggaa 125ffaa kabajuuf qophiin xumurameera-Obbo Addisuu…
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2013 (FBC)- Guutuu Oromiyaatti ayyaana yaadannoo injifannoo Adwaa waggaa 125ffaa kabajuuf qophiin xumuramuu sadarkaa Itti aanaa Preezdaantiitti…
Jiraattonni magaalaa Kombolchaa hiriira deeggarsaa Dooktar Abiy Ahimadiif bahan
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2013 (FBC)- Jiraattonni godina Walloo Kibbaa magaalaa Kombolchaa hiriira deeggarsaa hoggansa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif bahaniiru.…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 733 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 733 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 15 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti…
Magaalaa Finfinneetti Zayitiin nyaataa seeraa alaa to’annoo jala oole Waldaalee Shamattootaaf…
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti torbee darbe Zayitiin nyaataa mana nama dhuunfaatti seeraa ala kuufamuun to’annoo jala oole Jarikaaniin miiliyoonni 2 Waldaalee…
Obbo Dammaaqaan Ministira Dhimma Alaa Tuurki waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Mnistiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Tuurki…
Ambaasaaddar Mallas gita isaanii Sudaan Kibbaa fi Jiibuutii waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2013 (FBC) – Keeniyaatti Ambaasaaddarri Guutuun Ityoophiyaa Mallas Alem Ambaasaaddara Sudaan Kibbaa Chool Maawutii fi Jiibuutii Yaasiin Eelmii waliin…
Dhaabbileen misoomaa mootummaa gamaaggama raawwii hojii walakkaa waggaa gaggeessaa jiru
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2013 (FBC) – Akkaataa sagantaa fooyya’iinsa diinagdee biyya keessaan dhaabbileen misoomaa mootummaa gamaaggama raawwii hojii walakkaa waggaa gaggeessaa jiraachuu…
Guutuu Oromiyaatti leenjiin hojjettoota mootummaa laatamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2013 (FBC) – Guutuu Oromiyaaatti leenjiin hubannoo cimsuu hojjettoota mootummaaf kennamaa jiraachuu Biiroon Paabliik Saarvisii fi Qabeenya Humna Namaa Oromiyaa…
Gamtaan barattoota dhaabbilee barnoota olaanoo haala waqtaawaa biyyarratti mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2013 (FBC)- Gamtaan barattoota dhaabbilee barnoota olaanoo haala waqtaawaa biyyarratti magaalaa Bishooftuutti mari’ataa jiru.
Marichi rakkoowwan kuta…