Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Humni Qindoomaa godina Matakkal nagaa buusuuf ummata gidduutti sirna araaraa gaggeessaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2013 (FBC) – Rakkoo nageenyaa Godina Matakkal muudate furuuf hojjechaa kan jiru Humni Qindoomaan nagaa buusuuf ummata gidduutti sirna araaraa gaggeessaa jira.…
Naannolee ollaa Bahaa Ityoophiyaatti mariin dhimma nageenyaa gaggeeffame
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2013 (FBC)- Naannolee ollaa Bahaa Ityoophiyaatti dhimma nageenyaa naannoorratti mariin magaalaa Dirree Dawaatti gaggeeffameera.
Humnoonni…
Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonnin Imbaasii Ityoophiyaa Ankaaritti ijaarame eebbisan
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2013 (FBC)- Imbaasiin Ityoophiyaa Tuurki Ankaaraatti ijaarame guyyaa har’aa ebbifameera.
Sirna eebbaa kanarratti Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi…
Ambaasaaddar Yibalxaal Sudaanitti ambaasaaddaroota Raashiyaa fi Swiizarlaand waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2013 (FBC) – Sudaanitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Yibalxaan Ayimiroon Sudaanitti Ambaasaaddaroota Raashiyaa fi Swiizarlaand waliin mari’ataniiru.…
Proojaktiin magaaloota baadiyyaa 25 madda anniisaa aduu fayyadamoo kan taasisu ifoome
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2013 (FBC)- Bu’uura sagantaa elektirifikeeshinii biyyaalessaan madda anniisaa olaanaa irraa kan fagaaatan gandootaa fi magaalota baadiyyaa 25 proojaktiin madda…
Talaalliin vaayrasii koroonaa haara Chaayinaan gumaachitee Ziimbaabuwe gale
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2013 (FBC)- Talaalliin vaayrasii koroonaa haara Chaayinaan gumaachitee har’a ganama Zimbaabuwee magaalaa guddoo Haraaree galuu dhaga’ameera.
Itti aanaa…
Preezdaantiin Paartii Badhaadhinaa Dooktar Abiy mallattoo dorgommii Filannoo ifoomsaan
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2013 (FBC) – Waltajjiin Paartii Badhaadhinaa mata duree ‘sabdaneessummaa obbolummaa Badhaadhina waloof’ jedhuun Sharaatan Addisitti gaggeeffameera.…
Ambaasaaddar Maarqos Takleen Gibtsitti ambaasaaddara Afrikaa Kibbaa waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2013 (FBC) - Ambaasaaddar Maarqos Takleen Gibtsitti ambaasaaddara Afrikaa Kibbaa Jooseef Maashibiyyee waliin mari'atan.
Ambaassaadddar Maarqoos marii sadee…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 788 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 788 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 13 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti…
Ejansiin barnoota leenjii Teeknikaa fi ogummaa Finfinnee barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa…
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2013 (FBC) - Ejansiin Barnoota Leenjii Teeknikaa fi Ogummaa Finfinnee barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 6 fi 891 har'a eebbisiiseera.…