Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Proojektiin Paarkiingii Addabaabayii Masqalaa % 90 xummurame
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2013 (FBC) - Baasii birrii biiliyoona 2 oliin ijaarramaa kan jiru Proojektiin Paarkiingii Addabaabayii Masqalaa % 90 xummuramuu ibsame.
Hojjettootaa fi qooda…
Aadde Adaanach Abeebee fi Dooktar Injiinar Geetaahuun Makuriyaa dabalatee hoggantoonni biroon…
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2013 (FBC)-Itti aantuu kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee, Ministirri Ministeera barnootaa Dooktar Injiinar Geetaahuun Makuriyaa Itti…
hanqinoota kenniinsa tajaajilaarratti mudatan furuuf siiviil sarvaantin dirqama itti kenname…
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2013 (FBC)- Biiroon Paabliiki Sarvisii fi Qabeenya Humna Namaa Oromiyaa hanqinoota kenniinsa tajaajilaarratti mudatan furuuf siiviil sarvaantin dirqama…
Obbo Dammaqaan daawwannaa hojiif boruu gara Turkii ni imalu
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2013 (FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin daawwannaa hojiif boruu gara Turkii ni imaluu jedhameera.…
Jilli Gamtaa Awrooppaa naannoo Tigraayitti deeggarsa namoomaa taasisaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2013 (FBC)- Jilli Gamtaa Awrooppaa naannoo Tigraayitti deeggarsa namoomaa taasisaa jiraachuu ibsameera.
Jila Gamtichaa fi Ministira Ministeera Dhimma Alaa…
Dooktar Abiy Ahimad ijaarsa daandiiwwan asfaaltii Amboo-Gudarii fi Shanan-Sayyoo eegalchisan
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ijaarsa daandiiwwan asfaaltii Amboo-Gudarii fi Shanan-Sayyoo eegalchiisaniiru.
Daandichi dheerina…
Dambi Doolloon biyya misoomaa fi biyya nama hammatuudha jennee gaafa dubbannu jecha dhageenyee miti…
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2013 (FBC)- Dambi Doolloon biyya misoomaa fi biyya nama hammatuudha jennee gaafa dubbannu jecha dhageenyee miti keessaatti waan guddanneefi jedhan…
Daandii konkiriitii asfaaltii godina Horroo Gudduruu Wallagaa Baakkoo -Shaambuu har’a ifatti…
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2013 (FBC)- Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad daandii konkiriitii asfaaltii godina Horroo Gudduruu Wallagaa Baakkoo - Shaambuu har’a ifatti…
Ijaarsi daandii aspaaltii koonkiriitii Dambii doolloo -Muggii- Doolaa eegale
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2013 (FBC) -Sirni jalqabbii ijarsa daandii aspaaltii koonkiriitii Dambi Doolloo -Muggii- Doolaa geessu godina Qeellam Wallaggaa magaalaa Dambi Doollootti…
Paarkiiwwan magaalaa Finfinneetti ijaarramaa jiran Jiibuutii misoomaaf kan kakaasudha jedhame
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2013 (FBC) - Jilli Jiibuutii Ityoophiyaatti daawwannaa hojii taasiisa jiru Paarkiiwwan magaalaa Finfinneetti ijaarramaa jiran Jiibuutii misoomaaf kan kakaasu ta'uu…