Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kutaa magaalaa Addis Katamaatti shakkamtoonni lama sanadaa sobaa qopheessaa turan too’ataman
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC)- Kutaa magaalaa Addis Katamaatti shakkamtoonni lama sanadaa sobaa qopheessaa turan too’atamuu Komishiniin Poolisii magaalaa finfinnee beeksise.…
ABO Shanee 33 irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC)- Godina Wallaggaa Bahaatti olaantummaa seeraa kabachiisuu fi nageenya mirkaneessuuf tibba kana kojii opireeshiinii gaggeefameen ABO Shane 33 irratti…
Daayrektarri naannawwaa Afriikaatti Sagantaa Nyaataa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii (UNDP) Ahuunaa…
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC)- Daayrektarri naannawwaa Afriikaatti Sagantaa Nyaataa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii (UNDP) Ahuunaa Iziiyakonwaan Maqalee galan.…
Paartiin Badhaadhinaa Naannoo Beenishaangul Gumuuz ajjeechaa fi Miidhaa Godina Matakkaalitti…
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC)- Paartiin Badhaadhinaa Naannoo Beenishaangul Gumuuz ajjeechaa fi Miidhaa Godina Matakkaalitti raawwatameef dhiifama gaafatee.
Waltaajjii…
Uummattonnii fi mootummaan naannoo Affaar meeshaalee nyaata Birrii miiliyoona 9 tilmaamu naannoo…
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC)- Uummattonnii fi mootummaan naannoo Affaar meeshaalee nyaata Birrii miiliyoona 9 tilmaamu naannoo Tigraayiitti argamuun laataniiru.
Deeggarsicha…
Obbo Dammaqaa Mokonnin Ergamaa Addaa Gamtaa Awurooppaa waliin marii’atan
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC)- Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonnin Ergamaa Addaa Gamtaa Awurooppaa Peekaa Haaviistoo waliin…
Fooraamiin biizinasii Ityoo- Hindii gaggeeffame
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC)- Fooraamiin biizinasii Ityoo- Hindii filannoowwan invastimantii Ityoophiyaatti argamurratti xiyyeeffate Hindi Niiwu Dalhiitti gaggeeffameera.…
Injifannoon Adwaa agarsiiftuu eenyummaa waloo lammiilee Ityoophiyaa hundaati – Dooktar Hiruut…
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC)- Injifannoon Adwaa agarsiiftuu eenyummaa waloo lammiilee Ityoophiyaa hundaati jedhan Ministirri Ministeera Aadaa fi Tuuriizimii Dooktar Hiruut…
Obbo Dammaqaa Mokonnin ambaasaaddaroota teessoo isaanii Finfinnee taasifataniif dhimmoota garagaraa…
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC)-Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonnin ambaasaaddaroota teessoo isaanii Finfinnee taasifataniif dhimmoota…
Yuunvarsiitiin Jigjigaa barattoota sababa vaayrasii koroonaatin barnoota isaanii adda kutanii turaan…
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Jigjigaa barattoota sababa vaayrasii koroonaatin barnoota isaanii adda kutanii turan kuma 10 ol barsiisuuf simachuu eegaleera.…