Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dargaggoonni humna oomishaa ta’uu isaaniitin xiin-sammuu isaaniirratti hojjetamuu qaba jedhame
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC)- Dargaggoonni humna oomishaa ta’uu isaaniitin xiin-sammuu isaaniirratti hojjetamuu qaba jedhameera.
Magaalaa Jimmaatti mariin hawaasa…
Lafa qonnaa Itiyoophiyaan qabdu 43% rakkoo dhangaggaa’ummaa biyyeef kan saaxilame ta’uu…
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC)- Lafa qonnaa Itiyoophiyaan qabdu 43% rakkoo dhangaggaa'ummaa biyyeef kan saaxilame ta'uu qorannoon Ministeera Qonnaa ni mul'isa.
Rakkoo…
Ministeerri dhimma alaa Maalaawwii Ityoophiyaa waliin hojjechuuf qophii ta’uu ibse
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC)- Ministeerri dhimma alaa Maalaawwii Ityoophiyaa waliin dhimmoota waloo irratti hojjechuuf qophii ta’uu ibseera.
Itti Aanaa Gaggeessa…
Guyyaa har’aa irraa eegalee buufataalee filannoof meeshaalee filannoo rabsuun ni eegalama
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC)-Guyyaa har'aa irraa eegalee buufataalee filannoof meeshaalee filannoo rabsuun akka eegalamu ibsame.
Boordiin filannoo biyyaalessaa qophii…
Jiraattonni Godina Hadiyyaa hiriira deeggarsa Dooktar Abiy Ahimadiif bahan
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC)-Jiraattonni Godina Hadiyyaa jijjiirrama hunda galeessaa waggoota 3 keessaatti hoggansaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin dhuufeen…
Caffeen Mootummaa Naannoo Oromiyaa qaamolee dhimmichi ilaallatu waliin Magaalaa Adaamaa Galma Abbaa…
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC) – Caffeen Mootummaa Naannoo Oromiyaa wixinee labsii misoomaa, bulchiinsaa fi dabarsa manneenii mootummaa naannoo Oromiyaa murteessuuf qophaa'e irratti…
Ambaassaddar Profeessar Admaasuu Tsaggaayee Indooneezhiyaatti ambaasaaddara Fiinlaand Jaar Siinkaar…
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC) – Ambaassaddar Profeessar Admaasuu Tsaggaayee Indooneezhiyaatti ambaasaaddara Fiinlaand Jaar Siinkaar waliin marii’ataniiru.
Ambaassaddar…
Jiraattonni magaalaa Hawaasaa hiriira deeggarsa Dooktar Abiy Ahimadiif bahan
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC)-Jiraattonni magaalaa Hawaasaa jijjiirrama hunda galeessaa waggoota 3 keessaatti hoggansaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin dhuufeen…
Bara kana Buna lafa heektaara kuma 60 irra jiru gamashuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2013 (FBC) - Ministirri Ministeera Qonnaa Obbo Umer Huseen dhaabbilee waamamtootaa ministeerichaa fi hoggantoota godina Jimmaa waliin ta'uun hojii Buna Gamashuu…
Obbo Dammaqaan Ministira Dhimma Alaa Swiidiin Annaa Liindee waliin bilbilaan mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2013 (FBC) - Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Swiidiin Annaa Liindee…