Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ragaan gamtaan Awurooppaa naannoo Tigraay ilaalchisee baase dhugaa qabatamaan jiru kan ibsuu miti…
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2013 (FBC) - Ragaan gamtaan Awurooppaa naannoo Tigraay ilaalchisee baase dhugaa qabatamaan jiru kan hin ibsine ta'uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiise.
Gamtaan…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 572 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 572 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 2 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti…
Abbootiin amantaa fi jaarsoliin biyyaa jiraattoota magaalaa Maqalee waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2013 (FBC) - Abbootiin amantaa yaa'ii dhaabbiilee amantaa Ityoophiyaa keessaa walitti babba 'anii fi jaarsoliin biyyaa jiraattoota magaalaa Maqalee waliin…
Godina Arsii Lixaatti qamadii jallisiin oomishuun marsaa 1ffaa %100 ol milkaa’uun ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2013 (FBC)- Godina Arsii Lixaatti qamadii jallisiin oomishuun marsaa 1ffaa %100 ol milkaa'uun ibsameera.
Itti gaafatamaan waajjira qonnaa fi qabeenya…
Ijaarsi daandii Haaweelaa- Tuulaa- Wataraareesa-Yaayyuu- Waraanchaa ifatti eegale
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2013 (FBC)-Naannoo Sidaamaa olla naannoo Oromiyaa waliin walagarsiisuun giddugala kibba Ityoophiyaa waliin kan walqunnamsiisuu ijaarsi daandiin Haaweelaa- Tuulaa-…
Preezdaant Saahilawarq Zawdee daawwannaa hojiif Buruundii galan
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen daawwanna hojiif har’a Buruundii galaniiru.
Preezdaanttittiin buufata xiyyaaraa Bujumbuuraa wayita…
Imbaasiin Ameerikaa gaazexeessitoota filannoo bara kanaa gabaasuuf hirmaatanif leenjii ijaarsa…
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2013 (FBC)- Imbaasiin Ameerikaa gaazexeessitoota filannoo baranaa gabaasuuf hirmaatanif dandeetti raawwachisummaa isaani cimsuuf Doolaara Ameerikaa kuma dhibba 4…
Deeggarsi namooma mata duree ‘Jalaallii Tigraayii fi Matakkaliif’ jedhuun walitti qabamuu eegale
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2013 (FBC)- Deeggarsi namooma mata duree ‘Jalaallii Tigraayii fi Matakkaliif’ jedhuun walitti qabamuu eegaleera.
Hariiroon deeggarsa Gloonaal…
Woorlid Viishiniin Ityoophiyaa fi Naannoon Oromiyaa waliigaltee deeggarsa misoomaa Birrii biiliyoona…
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2013 (FBC) – Woorlid Vishiiniin Ityoophiyaa fi Naannoon Oromiyaa waliigaltee deeggarsa misoomaa Birrii biiliyoona 1.7 waliif mallatteessaniiru.…
Naannoo Beenishaanguul Gumuuzitti barnoonni afaan dhaloota Afaan Oromoon laatamaa jiru, lammiileen…
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2013 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Gumuuziitti barnoonni afaan dhaloota Afaan Oromoon laatamaa jiru, lammiileen afaan isaaniin akka barataniif carraa kan uume…