Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qaajelchii olaanaa maandisummaa proojektoota Birrii miiliyoona 405 ijaarsisee 3 xumuruun dabarse
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2013 (FBC)- Qaajelchii olaanaa maandisummaa proojektoota Birrii miiliyoona 405 ijaarsisee 3 xumuruun dabarsuu beeksise.
Proojektoonni dabarfamaan giddugalaa…
Abbaan Taayitaa Daandiiwwan Oromiyaa Gamaaggama Raawwii hojii baatii 6 gaggeessaa jira.
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2013 (FBC) – Abbaan Taayitaa Daandiiwwan Oromiyaa Gamaaggama Raawwii hojii baatii 6 gaggeessaa jira.
Abbaan Taayitaa Daandiiwwan Oromiyaa gamaaggama…
Jarman filannoo waliin walqabatee deeggarsa Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 91 taasifte
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2013 (FBC) – Mootummaan Jarmaan adeemsa bara filannoo bara Faranjootaa 2020 hanga 2025 jiru gama komishinii Awurrooppatiin Ityoophiyaatti bulchiinsa filannoo fi…
MM Dr. Abiy Ahimad naannoo Afaaritti oomisha qamadii jallisiin oomishuu haala gaariin gaggeeffamaa…
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad naannoo Afaaritti oomisha qamadii jallisiin oomishuu haala gaariin gaggeeffamaa jiraachuu ibsan.…
Giiftii Dureen Zinnash Taayyachaw Ambootti mana barumsaa sadarkaa 2ffaa ijaaruuf dhagaa bu’ura…
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2013 (FBC)- Giiftii Dureen Ityoophiyaa aadde Zinnash Taayyachaw naannoo Oromiyaa godina Shawaa Lixaa aanaa Ambootti mana barumsaa sadarkaa 2ffaa ijaaruuf dhagaa…
Ibsa haala yeroorratti Mootummaa naannoo Oromiyaarra laatame
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2013 (FBC)- Ibsa haala yeroorratti Mootummaa naannoo Oromiyaarra laatame
Guutuun ibsichaa akka armaa gaditti dhiyaateera
Naannoo Oromiyaa keessatti hojiin…
Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeetii fi Miidirook Invastimanti Giruup waliigaltee hojii…
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2013 (FBC) – Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeetii fi Miidirook Invastimanti Giruup waliigaltee hojii mallatteessaniiru.
Waliigalticha Hojii Raawwachiisaa…
Yuunvarsiitiin Samaraa barattoota kuma 1 fi 700 eebbise
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2013 (FBC)- Yuunvaasiitiin Samaraa barattoota muummee garaagaraatin barsiisaa ture kuma 1 fi 700 ol har’a eebbsisuu ragaan Yuunvarsiiticharra argamee…
Sulula Malkaa Qunxurree galmee ‘UNESCO’ irratti galmeessuuf hojjetamaa jiraachuu Abbaan Taayitichaa…
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2013 (FBC) – Sulula Malkaa Qunxurree galmee ‘UNESCO’ irratti galmeessuuf hojjetamaa jiraachuu Abbaan Taayitaa Eegumsaa fi Qorannoo hambaalee Federaalaa beeksise.…
Naannoo Tigraayitti lammiilee miiliyoona 2.5f deeggarsi dhiyaata jira
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2013 (FBC)-Naannoo Tigraayitti lammiilee miiliyoona 2.5f deeggarsii taasifamaa jiraachuu komiishinarri Komiishinii Hoggansa Sodaa Balaa Mitikkuu Kaasaan…