Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yuunvarsitiiwwan garagaraa barattoota eebbisiisan
Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC)- Yuunvarsitiiwwan Baahir Daar, Waaldiyaa, Dabaarq, Walayittaa fi Miizaan Teeppii barattoota sangatawwan garagaraatin leenjisaa turan eebbisisaniiru.…
Yaa’iin Hooggantoota Gamtaa Afrikaa 34ffaan har’a ni eegala
Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC)- Yaa’iin Hooggantoota Gamtaa Afrikaa 34ffaan har’a ni eegala.
Yaa’iichi mata duree ‘aartiin, aadaa fi bocaan Afrikaa barbannuu ni ijaarra’ jedhuun ni…
Naannoleen humna galii isaanii adda baasuun sirna taaksii walitti qabuu isaanii guddisuu qabu…
Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC) - Naannoleen humna galii isaanii adda baasuun sirna taaksii walitti qabuu isaanii guddisuu fi cimsuu akka qaban Af yaa'iin Mana Maree Federeshinii Adam…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 726 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 726 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 10 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti…
Dhaabbanni Geejjiba Galaanaa fi Tajaajila Loojastiiksii konkolaattoota Doolaara miiliyoona 11n…
Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC) - Dhaabbanni Geejjiba Galaanaa fi Tajaajila Loojastiiksii konkolaattoota fe'umsaa gurguddoo Doolaara miiliyoona 11n bituun 150 Jiibuutii ga'an fudhachuu…
Dhaabbileen dhuunfaa buusii sooramaa hin buufne eeyyamni isaanii akka hin haaromsamne hojmaanni…
Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC) - Dhaabbileen dhuunfaa buusii sooramaa hin buufne eeyyamni isaanii akka hin haaromsamne hojmaanni dhorku diriirfamuu Ejansiin Waldaalee Hawaasummaa…
Godina Matakkalitti nageenyaa fi Tasgabbii buusuuf hojii hojjetameen bu’aa gaariin…
Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC) - Godina Matakkalitti nageenyaa fi Tasgabbii buusuuf hojii hojjetameen bu'aa gaariin galmaa'aa jiraachuu Humni qindaa’aan godinichaa beeksise.
Humnichi…
Jiraattonni magaalaa Gambeellaa fi Asoosaa hiriira deeggarsa Dooktar Abiy Ahimadiif bahan
Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC)-Jiraattonni naannolee Gambeellaa fi Beenishaanguul Gumuuz magaalaa Asoosaa hiriira deeggarsa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif bahaniiru.…
Ityoophiyaanoonni 68 Libaanoosii gara biyya deebi’an
Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC)- Laammiileen Ityoophiyaa 68 Libaanoos Beerutii gara biyyaa deebi’aniiru.
Bakka bu’aan daayreektara jeneraalaa dhimmoota Qonsilaa Ministiraa Dhimma…
Mootummaan naannoo Oromiyaa Faawundweeshinii Dibooraa waliin hojjechuuf sanada walii galtee…
Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC)- Faawundweeshinin Dibooraa fi Mootummaan Naannoo Oromiyaa daa’imman daanga’uu sammuu qaban deeggeruuf guyyaa har’aa sanada walii galtee waliif…