Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Raawwiin Ijaarsa Hidha Haaromsaa Guddicha %78.3 qaqqabe
Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC)- Raawwiin Ijaarsa Hidha Haaromsaa Guddicha Ityoophiyaa %78.3 qaqqabuu Ministeerri Bishaanii, Jallisii fi Inarjii ibseera.
Ministeerichi hojiiwwan…
Obbo Taaggasaa Caafoon Ityoophiyatti Ambaasaaddara Chaayinaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC)- Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa obbo Taaggasaa Caafoo Ityoophiyaatti Ambaasaaddar Chaayinaa Zaa’oo Zhiiyuhaan waliin mari’ataniiru.…
Diinagdee biyyaa keessa bu’aa qabeessa taasisuuf waliigaltee sanadaa mallatteeffame
Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC)- Diinagdee biyyaa keessa bu’aa qabeessa taasisuuf waliigaltee sanadaa mallatteessuu Ministeerrii Mallaqaa beeksise.
Ministeerrii Mallaqaa diinagdee…
Lammiilee naannoo Tigraay gara Sudaanitti baqataan kuma 60 gara biyya deebisuuf hojjetama jira
Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC)- Lammiilee naannoo Tigraay gara Sudaanitti baqataan kuma 60 gara biyya deebisuuf hojjetama jiraachuu Daayreektarri olaanaan Eejansii Godaantootaa fi…
Waancaan Hidha Haaromsaa Guddichi Harariin gale
Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC)- Waancaan Hidha Haaromsaa Guddichii naannoo Hararii galeera.
Waancichi Hammarreessaa wayita ga’uu simannaan ho’aan taasifameefiira.
Waancichi…
Aadde Mufariyaat Ergamaa Addaa Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kaamiil Ergamaa Addaa Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Paarifeeyiit Onaangaa-…
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee raawwii hojii baatiiwwan 6 gamaaggamaa jira
Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee raawwii hojii baatiiwwan 6 gamaaggamaa jira.
Waltajjicharratti itti aantuu kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach…
Jiraattonni godina Halaabaa Dooktar Abiy Ahimadiif hiriira deeggarsa ba’an
Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC)- Jiraattoonni naannoo Kibbaa godina Halaabaa Muummee Ministiraa FDRI Dokktar Abiy Ahimadiif hiriira deegarsa ba’aniiru.
Jiraattonni kunneen Juuntaan…
Ameerikaan filannoo biyyaalessaa fi adeemsaa jijjiirrama Ityoophiyaa ni deeggarti – Ministeera…
Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC)-Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Biliinkaan Ameerikaan filannoo biyyaalessaa fi adeemsaa jijjiirrama Ityoophiyaa ni deeggarti…
Barreessaa olaanaan IGAD Dooktar Warqinaa Gabayyoon Ministiraa Raayyaa Ittisa Biyyaa Poorchugaal…
Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC)- Barreessaa olaanaan Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa (IGAD) Dooktar Warqinaa Gabayyoon Ministira Ministeeraa Raayyaa Ittisa Biyyaa Poorchugaal Jaa’oo…