Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Koolleejjiin Yuunvarsiitii odeeffannoo biyyaalessaa ofiisaroota ogummaa Innooveeshinii nageenyaan…
Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) - Tajaajila Tika Nageenyaa fi odeeffaannoo biyyaalessaa jalatti kan argamu Koolleejjiin Yuunvarsiitii odeeffannoo biyyaalessaa ofiisaroota ogummaa…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 749 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 749 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 4 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti…
Deeksii haaraan filannoorratti qofa hojjetu hundaa’e
Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) – Komishiniin Poolisii Federaalaa rakkoo filannoon walqabatanii ka’an furuuf Deeksii haaraa filannoorratti qofa hojjetu hundeessuu beeksise.…
Preezdaanti Saahilawarq Ambaasaaddar Wayineesheet Taadaasaa ambaasaaddara guutuu taasuun muudan
Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Ambaasaaddar Wayineesheet Taadaasaa ambaasaaddara aanga’aa guutuu taasuun muudaniiru.
Preezdaant…
Jiraattoonni naannoo Kibbaa lammiilee Tigraayiif Birrii miiliyoona 11.5 deeggarsa taasiisan
Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) – Jiraattoonni naannoo Kibbaa lammiilee Tigraayiif meeshaalee Birrii miiliyoona 11.5tti tilmaamamu deeggarsa taasiisaniiru.
Bakka buutonni ummata…
Hojjettoota vaayrasii koroonaan miidhamaniif kan oolu deeggarsi Doolaar miiliyoona 4.5 ifoome
Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) – Hojjettoota damee uffataalee sababa weerara vaayrasii koroonaan miidhaman deeggaruuf proojektiin Doolaara miiliyoona 4.5 ifoomuu himameera.…
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa ABOn yaa’ii waliigalaa gaggeessuu akka qabu hubachiise
Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Paartiin Adda Bilisummaa Oromo yaa’ii waliigalaa gaggeessuu akka qabu hubachiise.
Boordiin Filannoo Biyyaalessa…
Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamu Aanaa Fantaalleetti qamadii jallisiin misoomaa jiru daawwate
Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) – Jilli Sadarkaa itti aanaa Preezdaantiitti Hogganaa kilaastera Misooma baadiyyaa Oromiyaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu aanaa Fantaalleetti qamadii…
Abbootiin qabeenyaa Raashiyaa Ityoophiyaatti misooma damee Innooveeshinii, Teeknooloojii fi…
Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) - Abbootiin qabeenyaa Raashiyaa Ityoophiyaatti misooma damee Innooveeshinii, Teeknooloojii fi Inarjiirratti hirmaachuuf fedhii qabu jedhame.…
Meeshaaleen buufata gogaa Doolaarri miiliyoonni 19 baasii itti ta’e hojii eegalan
Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) – Buufanni Gogaa Mojoo meeshaalee Doolaarri miiliyoonni 19 baasii itti ta’e hojii eegalchiise.
Buufatichi tajaajila si’ataa laachuuf meeshaalee 47…