Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jiraattoonni magaalaa Dambii Doolloo hiriira deeggarsaa Dooktar Ahimadiif ba’an
Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC)- Jiraattoonni Godina Qeellam Wallaggaa magaalaa Dambii Doolloo hiriira deeggarsaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif ba’aaniiru.
Hiriira…
Jiraattoonni magaalaa Shashamannee fi Bishaan Gurraachaa hiriira deeggarsaa ba’an
Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC)- Jiraattoonni godina Arsii Lixaa magaalaa Shashamannee fi Bishaan Gurraachaa hiriira deeggarsaa ba’aniiru.
Jiraattoonii hiriira deeggarsaa ba’aan kunneen…
Naannoo Oromiyaa godinaalee fi magaaloota garaagaraatti hiriirri deeggarsa Dooktar Abiy gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 25, 2013(FBC) – Guutuu Oromiyaa Godinaalee fi bulchiisa magaalootaatti hiriirri deeggarsaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy haala hoo’ina qabuun…
Birgaadel jeneraal Ma’aashoo Hagos Siyyuum dhaabbata mootummoota gamtoomanniitti ajajee ergama…
Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) - Birgaadel jeneraal Ma'aashoo Hagos Siyyuum Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanniitti ajajee ergama nageenya kabachiisaa Sudaan Kibbaa ta'uun muudamaniiru.…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 734 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 734 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 10 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti qorannoo…
Magaalaa Finfinneetti yaaliin guyyaa har’aa balaa Ibiddaa qabsiisuuf yaallamee ture fashalaa’e
Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti guyyaa har’aa yaaliin balaa Ibiddaa iddoolee lamatti qabsiisuuf yaallamee ture fashalaa’uu ibsameera.
Balicha tattaaffii ummataa…
Naannoo Tigraayitti iddoolee deeggarsa namoomaa isaan barbaachisuu keessaa % 80 deeggarsi qaqqabeera…
Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) – Naannoo Tigraayitti iddoolee deeggarsa namoomaa isaan barbaachisuu keessaa % 80 deeggarsi qaqqabuu itti aanaan Muummeen Ministiraa fi Ministirri…
Preezdaant Saahilawarq Filiippoo Giraand waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Komishinara olaanaan dhimmoota Godaantootaa Filiippoo Giraand…
Sosochiin biyyaalessaa ‘akka isin tajaajilluuf haguuggii fuulaa godhadhaa’ boruu jalqabee manneen…
Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) – Sosochiin biyyaalessaa ‘akka isin tajaajilluuf haguuggii fuulaa godhadhaa’ boruu jalqabee manneen barnootaatti ni eegala jedhame.…
Naannoo Tigraayitti Indaastiriiwwan miidhamanii turan gara hojiitti deebisuuf hojjetamaa jira…
Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) – Naannoo Tigraayitti duula olaantummaa seeraa mirkaneessuu gaggeeffameen Indaastiriiwwan miidhamanii turan gara hojiitti deebisuuf hojjetamaa…