Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jaappaan tumsa misoomaa Ityoophiyaa waliin qabdu cimsitee itti fufti-Ambaasaaddar Iitoo Taakaakoo
Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC)-Jaappaan tumsa misoomaa Ityoophiyaa waliin qabduu cimsuuf akka hojjettuu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Jaappaan Iitoo Taakaakoon ibsaniiru.…
Giddugalli galteewwanii fi tajaajila qonnaa Botee eebbifame
Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC)- Giddugalli galteewwanii fi tajaajila qonnaa Botee eebbifameera.
Giddugalichi karoora mootummaa naannoo Oromiyaa qabate keessaa tokko yaa ta'u, malee…
Ministeerri Barnootaa guyyaa qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaan itti laatamu akka ifoomsu…
Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC)-Ministeerri Barnootaa guyyaa qormaatichi itti laatamu dursee ifoomsuu akka qabuu Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa yaadachiiseera.
Ministeerichis…
Tiraaktaroota 950 gara biyyaa imalchiisuun eegalame
Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Qonna Ammayyeessuuf meeshalee qonnaa ammayyaa qotee bulaan bitachuu akka danda’uu Tiraaktaroota 950 gara biyya keessaa…
Komishiiniin poolisii Dirree Dawaa fi Affaar hariiroosaanii akka cimsan ibsan
Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC)- Komishiiniin poolisii Dirree Dawaa fi naannoo Affaar hariiroosaanii akka cimsan ibsaniiru.
Hooggantoonni immaammaata komishiinii poolisii naannoo…
Konkolaattoota haadarra imalan dabalatee filannoowwan Geejjibaa haaraa fayyadamuuf hojjetamaa jira –…
Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) – Konkolaattoota haadarra imalan dabalatee filannoowwan Geejjibaa haaraa fayyadamuuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Geejjibaa Aadde…
Manni maree naannoo Soomaalee walga’ii idilee 12ffaa waggaa 5ffaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) – Manni Maree naannoo Soomaalee walga’ii idilee 12ffaa waggaa 5ffaa gaggeessaa jiraachuu himame.
Walga’ichi bakka itti aanaan Preezdaantii…
Har’arraa eegalee guyyoota 3f fuulli miidiyaa hawaasa Boordii Filannoo gaafadhaa jedhuu qopha’uu…
Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC)- Har’arraa eegalee walitti fufiinsaan guyyoota 3f fuulli miidiyaa hawaasa Boordii Filannoo gaafadhaa jedhuu qopha’uu ibsameera.
Boordiichaaf fuula…
Namoonni dhuunfa lakkooftuuni ijaarraa sababeeffachuun hojii alseerummaa raawwataan waan jiraaniif…
Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC)- Namoonni dhuunfa lakkooftuu humna elektirikaa ni galchina jechuun hojii alseerummaa raawwataan waan jiraaniif hawaasni of…
Fayyadamummaa Qonnaan bultootaa fi Horsiisee bultootaa gama hundaan mirkaneessuuf hojjetamaa jira…
Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) – Giddu-galli galtee tajaajila qonnaa iddoo tokkoo Godina Shawaa Bahaa Aanaa Booraa magaalaa Booteetti qonnaan bultoota adda duree gara…