Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktara Kabajaa Artiisti Alii Birraaf Amajjii 30 beekkamtiin ni laatama
Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC)- Dooktara Kabajaa Artiisti Alii Birraaf Amajjii 30 beekkamtiin akka laatamuu Biiroon Aadaa fi Turizimii Oromiyaa beeksise.
Sirni beekamtii laachuu…
Obbo Dammaqaan Filiippoo Giraandee waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Komishinara…
Sadarkaa biyyoolessaatti gamaaggamni raawwii carraa hojii uumuu gaggeeffama jira
Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC)- Sadarkaa biyyoolessaatti gamaaggamni raawwii carraa hojii uumuu gaggeeffama jira.
Waltajjii gamaaggamaa kun guyyoota 2f tura jedhameera.…
Baatiwwan jahaan darbanitti magaaloonni haaraan 125 tajaajila humna elektirkaa argachuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) - Kutaalee biyyattii uwwisa bu’uuraalee misooma Elektirikii hin arganne qaqqabsiisuuf hojjechaa jiraachuu Tajaajilli Elektirikii Ityoophiyaa beeksiseera.…
Ka’umsa balaa ibiddaa magaaloota Addis Katamaa fi Gullalee qulqulleessuun tarkaanfiin ni…
Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC)- Guyyaa kaleessaa ka’umsa balaa ibiddaa magaaloota Addis Katamaa fi Gullaleetti qaqqabee qulqulleessuun tarkaanfii akka fudhatamuu fi namoota miidhamaniif…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 629 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 23, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 629 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 2 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti…
Balaan Ibiddaa Paarkii Biqiltootaa Gullalleetti qaqqabee ture miidhaa cimaa osoo hin qaqqabsiisiin…
Finfinnee, Amajjii 23, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Gullalleetti balaan Ibiddaa muudatee ture miidhaa cimaa osoo hin qaqqabsiisiin to'atamuu himame.
Guyyaa ha'aa naannoo…
Mootummaan dhiibbaa koorniyaa kamiinuu hin obsu- aadde Filsaan Abdullaahii
Finfinnee, Amajjii 23, 2013 (FBC)-Mootummaan dhiibbaa koorniyaa kamiinuu akka hin obsinee Ministirri Ministeera Dubartootaa, Daa’immanii fi Dargaggootaa aadde Filsaan Abdulaahiin…
Rakkoon nageenyaa Matakkalitti mudatee ture Hidha Haaromsaa Guddichaaf sodaa hin ta’u jedhame
Finfinnee, Amajjii 23, 2013 (FBC)- Rakkoon nageenyaa Matakkalitti mudatee ture ijaarsa Hidha Haaromsaa Guddichaaf sodaa akka hin taanee koreen qinda’aa godinicha beeksise.
Ijaarsa…
Ijaarsi Hidha Haaromsaa Guddichi Ityoophiyaa yeroo karoorfamee fi haala barbaadamuun hojjetamaa jira…
Finfinnee, Amajjii 23, 2013 (FBC)-Ijaarsi Hidha Haaromsaa Guddichi Ityoophiyaa yeroo karoorfamee fi karaa barbaadamuun hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Bishaan, Jallisii fi…