Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kuduraalee fi muduraleen bara darbee dhaabaman waggaa dhufuu gabaa addunyaaf ni qaqqabu – Dooktar…
Finfinnee, Amajjii 23, 2013 (FBC)- Kuduraalee fi muduraaleen bara darbee dhaabaman waggaa dhufuutti gabaa addunyaaf akka qaqqabaan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.…
Torbee tokko keessaatti meeshaaleen kontirobaandii Birrii miiliyoona 64 olitti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Amajjii 23, 2013 (FBC)-Torbee tokko keessatti meeshaaleen kontirobaandii Birrii miiliyoona 64 olitti tilmamamu to’annaa jala ooluu Ministeerri Galiiwwanii beeksise.
Baatii…
Aadde Adaanach Abeebee giddugala gurgurtaa uffata aadaa Shiroomeedaa eebbisisan
Finfinnee, Amajjii 23, 2013 (FBC)- Itti Aantuun Kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee giddugala gurgurtaa uffata aadaa Shiroomeedaa eebbisisuun hojii eegalchiisan.…
Yuunvarsitiiwwan barattoota isaanii eebbisiisan
Finfinnee, Amajjii 23, 2013 (FBC)- Yuunvarsitiiwwan adda addaa barattootasaanii eebisiisaniiru.
Yuunvarsiitiin Arsii barattoota muummee garagaraatiin digrii jalqabaa fi…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 656 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 22, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 656 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 4 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti…
Qorichoonnii fi meeshaaleen yaalaa gareen ABUT dhaabbilee fayyaarraa saamuun dhoksee ture…
Finfinnee, Amajjii 22, 2013 (FBC) –Qorichoonnii fi meeshaaleen yaalaa gareen ABUT dhaabbilee fayyaarraa saamuun dhoksee ture to'atamuu Qajeelchi Raayyaa Ittisaa beeksiise.
Qorichoonnii fi…
Dooktar Abiy qaamolee oomisha qamadii keessatti hirmaachiran galateeffatan
Finfinnee, Amajjii 22, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad qooda fudhattoota oomisha Qamadii Jallisiin misoomsuu keessatti hirmaataa jiran galateeffataniiru.
Biyyi…
Dooktar Abiy Aanaa Aqaaqiitti daawwannaa taasiisan
Finfinnee, Amajjii 22, 2013 (FBC ) – Muumeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad godina addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinnee Aanaa Aqaaqiitti daawwannaa taasiisaniiru.
Jilli…
Magaalichaatti manneen jireenyaa waliinii seeraan ala qabamanii turan gadi lakkisiisuun…
Finfinnee, Amajjii 22, 2013 (FBC ) – Magaalaa Finfinneetti manneen jireenyaa waliinii kuma 21 fi 695 seeraan ala qabamanii turan gadi lakkisiisuun fayyadamtootaaf akka darban Kaabineen…
Obbo Dammaqaan haala waqtaawaa Ityoophiyaa ilaalchisee miseensoota Kongireesii fi qaamolee…
Finfinnee, Amajjii 22, 2013 (FBC ) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaan Makonniin haala waqtaawaa Ityoophiyaa ilaalchisee miseensota…